WALABUMMAA
OROMIA SHALL BE FREE!
Wednesday, August 19, 2015
DHAABBIN UUMAN TOLTE!!
›
uumaa waaqaa guddaan, dhaabbiin kan tottoltee ifaajee harka Waaqif, galataan ragaa baatee nammummaan keeyyuu, kuushummaadhaan ragde, h...
Tuesday, August 11, 2015
UNPO’s XII General Assembly Adopts Oromo Resolution
›
UNPO’s XII General Assembly Adopts Oromo Resolution On 3 July 2015, Dr Shigut Geleta of the Oromo Liberation Front (OLF) presente...
Wednesday, August 5, 2015
Diigamuu Manneenii fi Qabeenyaa Dura Dhaabbachuun Uummanni Shaggar Kaabaa, Sulultaa Gamtaan Qabeenya Isaa Oolfate
›
Naannowaa Finfinneetti ijaarsi manaa seeraan ala jedhamee diigamullee dhimma Investimentiif karoorri qabame diigumsi mana jireenyaa uum...
Tuesday, July 28, 2015
“Hidhamtooti Keenya Gadhiffamuu Qabu” Jedhchuun Gaaffii Mirgaa Ka’een Wallagga Dambi Doolloo Keessatti Hidhamtooti Oromoo Namni 3 Yeroo Ajjeefaman 10 Ammoo Dhukaasa Waraanni Wayyaalee Itti Baneen Haalaan Madaa’uun Gabaafame.
›
Adoolessa 27,2015 Godina Qeellam Wallaggaa Magaalaa Dambii Doollootti Ilmaan Oromoo Oromummaan yakkamanii hidhamanii turan hamma yoomi...
Thursday, July 23, 2015
Dhimmi Master Plaanii fi Saamichi Lafaa Tooftaa Jijjiirratee Deemaa Jiru Dura Tokkummaan Dhaabbachuuf Qonnaan Bulaa, Barataa fi Hojjettooti Shaggar Kaabaa Jiraatan Ibsan
›
July 22, 2015 By Qeerroo in Oduu/News Leave a comment Adoolessa 22,2015 Finfinnee Naannoo Sulultaa Qonnaan bulaa, barataa fi ...
Monday, July 13, 2015
“ UTUBAA FI DAGALEE ”
›
“ UTUBAA FI DAGALEE ” SEENAA Y.G (2005) Mana ijaaramu tokkof UTUBAA FI DAGALEETU hundeedha. Utubaan qophaa isaa dhaabbatee Man...
Saturday, July 11, 2015
Poolisoonni Mooraa Yuuniverstii Wallaggaa Diddaa Barattooti Oromoo Taasisan Deggertan Sababaa Jedhuun Qondaalota Wayyaaneen Qoratamaa Jiru
›
Adoolessa 10,2015 Naqamte Maqaa gamaggama poolisootaa jedhuun guyyaa har’aa Adoolessa 10,2015 bulchiinsi Yuunibarsiitii Wallaggaa ...
›
Home
View web version