Contact me

  • Contact me via hawiti@yahoo.com or hawiolani@gmail.com

Wednesday, November 6, 2013

Dinni dina caalu enyuu ?

Dhadhaani fira fakkaate tii wayyaa baleessaa jadhaa oromoon gaafa mammaaku, akumma OPDOn fira fakkaate Oromo hawaalu. kanaafuu OPDO jechan

  • SPY(tuqqaa) waayyaanee yookan keettoo diina hatutun keettoo ollaa malee hin hatuu.namni huuba qonqoo oromo tti ta ee OPDO dha
  • fakkaa tti halkan
  • jaalaa mukan qotto
  • qooree dhooqqee keessa
  • saree abbaa wajjin duultee
  • shilmii madaa nyaattu
  • Hordooftu dinaa
  • Ergamtuu dinaa
  • Boorratti bofa


kanaafu OPDO jachuun kan saba ofii gurguree garaasaatiif bulee ,isaaf haatolu malee obolesaaf obbolettisaaf kan hindhiminee ,mana abbaaf haadha isaatii dhinaawaliin haatuu kan kaayyo hinqabaanne dhalasaa waadee nyaatee rafee kanboqotu dha.

No comments:

Post a Comment