Gabaasa Qeerroo Lixa Shawaa Waxabajjii 09,2014
A/ Shamarraan Oromoo Amboo irratti hidhamuun dararamaa jiran keessa
- Ayyaantuu Margaa jiraattuu magaalaa Amboo, hojii daldalaa huccuu aadaa Oromoo kan Godinaalee Oromiyaa hundaa walitti qabuun Magaalaa Amboo keessatti kan daldaltee jiraattu
- Misgaanee Tarrafaa barattuu kutaa 8ffaa M/b Carii sadarkaa 1ffaa
- Kumee Lammaa barattuu kutaa 9ffaa M/b Liiban Maccaa Sadarkaa 2ffaa
- BeezaaTarreessaa jiraattuu magaalaa Amboo,
- Gissoo Fufaa barattuukutaa 8ffaa
- Masarat Abarraa kutaa 10ffaa barattuu kutaa 10ffaa m/b sadarkaa 2ffaa fi qopha’inaa Gudar
- Sisayi Baqqalaa dubartii lafarra harkisuun reebaa mana hidhatti geeffamte,
- Taddaluu hojjettuu guyyaa buna jabanaan danfistee gurguruun kan maatiii shee jiraachiftu.
B/ Dargaggoota, Barattoota Ga’eessota, Manguddootaa fi Jiraattoota Magaalaa Amboo fi Naannoo irra qabamuun hidhamanii dararamaa jiran keessa: Manneen Hidhaa Godina Lixa Shawaa Keessatti Oromoonni lakkoofsaan 75 tahan dararaman
Source: Qeerroo.org
No comments:
Post a Comment