uumaa waaqaa guddaan,
dhaabbiin kan tottoltee
ifaajee harka Waaqif,
galataan ragaa baatee
nammummaan keeyyuu,
kuushummaadhaan ragde,
haadha seexaan guutuu,
waan hundaan haamiltee
hidda dhiiga kootii ,
kuullee koo saatawwee,
saddeeta uumamaa,
qalloo mudhiin jawwee
saakaayee Oromoo,
lookoo mormi lawwee.
looshaa sooyyoomeedhaa,
lattuu sooree waaqaa
siif maaljedhee siiwaamuu,
Maal maalin si himu?
siif hanqaata,
moggaasniyyuu maqaa
intala ganamaan,
uuman babbareeche
harka waaqaa malee,
kan baranee hin qabne
gubbaa hanga jalaa,
tottoltee bareeddee,
muudaaf hanquu malee,
kan guutuudhaan saarte
sanyii araddaadhaa,
oomisha caal- namaa,
Hogguu kee hin moofuu,
haarayaa saaroo namaa
ganamuu galgaloo,
naaf araada taatee,
argaaf baasoon ijaa ,
jechatti hanqatee,
miidhagsee si himuuf,
qubeetu xiqqaatee,
gurraattii nuugiidhaa
saddeeqa waaqayyoo
fakkaattii dachee kuush,
walakkaa naaf aaayyoo.
Cibrannaan rifeensaa,
kaan aadaan oydame
libsaan ija teeyyuu,
kan suutan baname
konkonni funyaanii,
shimala qeerroodha,
baqaqsaan kaarruudhaa,
urjii rudaa raroodhaa
boorri hidhii keetii,
dhangaa buleen
micciirraf cuuqqoodhaa
kuulli ija keetii,
kuraamalli irgeedhaa
afuurri kee damma,
daamuu birraa
foolin qaama keetii,
dachee waaqxiin surraa
qaama koof qaama kee,
isa lamaan tokkorraa
hidda dhiiga kootii,
soroora waaroorraa.
sooyyomee oromoo,
caaltuu hunda namaa
sirkatti kufuutu,
waacaala waamaraa
qorsi harkaa onnee kee,
ammayyuu uumaamaa.
itti maka malee ,
arjoomina akaakaa
hiddaaf baala keetu,
qaba dawoomina
kanaafan sifaarsaa,
ni caalta hunda namaa.
tottolchitee qabdee,
qabaa dhumdhumaatiin
kaasuu tokkoo guuttee,
lapheetti of hirkiftee
situ fuudhee sokkee,
kunooti qaarite
deebisi bakkatti,
kunuunsi jiraatti
situ siiqqittiidha,
aangoon harka keetii
magaala gurraattii,
duree Afrikaati
Giiftii haadha Gadaa,
caaccuun asxaa keetii
dhaabbii uuman tolche,
situ haadha naatoti.
Mee na dura bu'i ,
caaccuu qaphu harkatti.
Dhaabbii uumaan ,
tolte simboo uumamaati.
Contact me
- Contact me via hawiti@yahoo.com or hawiolani@gmail.com
Wednesday, August 19, 2015
Tuesday, August 11, 2015
UNPO’s XII General Assembly Adopts Oromo Resolution
UNPO’s XII General Assembly Adopts Oromo Resolution
On 3 July 2015, Dr Shigut Geleta of the Oromo Liberation Front (OLF) presented a resolution to UNPO’s XII General Assembly, affirming his organisation’s abhorrence of the current situation faced by Oromo people in Ethiopia, and expressing a desire for more genuine democracy, greater involvement from the international community, and an end to state-sponsored violence. UNPO adopted the resolution, thus affirming its support for the Oromos’ demands for justice and equality.
Below is the full text of the resolution:
Resolution
The Oromo Liberation Front (OLF) was established in 1973/1974 by Oromo nationalists in the heart of Oromia, Finfinne (Addis Ababa) to exercise the Oromo people’s inalienable right to national self-determination, to terminate a century of oppression and exploitation, and to form the independent republic of Oromia, or where possible, a political union with other peoples based on equality, respect for mutual interests and the principle of voluntary association. Today OLF has grown and expanded to all parts of Oromo land (Oromia). During the last 40 years, the organization has become of the leading political forces in the region. It has brought about or influenced several positive changes in the Oromo society where it has the unparalleled support of the whole population.
The Oromo constitute more than 40% of Ethiopia’s estimated 98.9 Million inhabitants. They maintain a distinct and homogenous culture, and a common language, history, descent, and separate territory from Abyssinians, who created the Ethiopian empire state. During their long history, the Oromos developed their own cultural, social and political system, known as the Gadaa. The Gadaa is a democratic, political, and social institution that governed the life of every individual in the society until its systematic suppression by the occupiers.
The UNPO General Assembly,
Underlining the persistent violation of human rights in Oromia, Ethiopia that includes arbitrary killings, disappearance, torture, beating, abuse and mistreatment of detainees by security forces, life-threatening prison conditions, arbitrary arrest and detention, detention without charge and lengthy pre-trial detention, violation of privacy rights including illegal searches; land grabbing, restrictions on academic freedom, restrictions on freedom of assembly and association, on freedom of expression and movement; alleged interference in religious affairs, violence and discrimination against women, and abuse of children[1]; Visit More:- http://unpo.org/article/18372
Wednesday, August 5, 2015
Diigamuu Manneenii fi Qabeenyaa Dura Dhaabbachuun Uummanni Shaggar Kaabaa, Sulultaa Gamtaan Qabeenya Isaa Oolfate
Naannowaa Finfinneetti ijaarsi manaa seeraan ala jedhamee diigamullee dhimma Investimentiif karoorri qabame diigumsi mana jireenyaa uummataa jabeeffamee itti fufaa jirus garuu uummanni naannoo adda addaatti jabaatee kan dura dhabbataa jiru tahuus kan mul’ataa jiruudha. Haata’u malee Buraayyuutti turban lamaan dura manni 140 ol diigamee kan jiruu fi kan karoorfame isaan ol tahuun kan hubatameedha. Kanumaan Hagayya gaafa 3,2015 kaayyoon diigumsa mana jireenyaa maqaa seeraaan ala jedhamee diigamu magaala Sulultaa irratti xiyyeeffatame diddaa uummataan dhaabbate.
Odeessa Qeerroo magaala Sulultaa irraa gabaasuun manneen jireenyaa hedduun lakkoofsa hin qabne diigamuuf karoorfame, seeraan ala ijaarame kan jedhuun uummanni abbaan qabeenyaa kun itti karoorfamee fi kan dhimmi kun isaan hin geenyes wal irratti dammaqummaadhaan qaama mootummaa wayyaanee dhimma kana irratti bobbahee jiru dura dhaabbatuun diddaa taasiseen feshelatee jira. Karoorri kun naannowaa oromiyaa
hundatti akeekamee jiraachuu fi Qeerroon Bilisummaa dhimma kana uummata waliin irratti dammaqummaadhaan dura dhaabbachuun qabeenya
isaa oolfachuu akka qabu waamicha taasisa. Qabeenyaa isaa irraa buqqa’uu irra wareegamuu filachuun roorroo ofii yerodhaan ofirraa gaggeessuun kan karoorfame hojjetamuun dura irratti dammaquu dhaamsaa
Subscribe to:
Posts (Atom)