http://www.change.org/petitions/international-media-urge-to-exposing-the-countless-stories-of-oromo-persecutions-in-ethiopia?share_id=xmsrLHTTRh&utm_campaign=share_button_action_box&utm_medium=facebook&utm_source=share_petition
Contact me
- Contact me via hawiti@yahoo.com or hawiolani@gmail.com
Wednesday, October 16, 2013
hirriyyootaa kee Natti himi ati eenyu akka taateen sii tti himma
Dalijjeessa(OPDO) fi kannisaa(Waayyaanee) walti miichee jeedhan .Dura kanniffin (Waayyaanee) maabarra baasse . kanniffin(Waayyaanee) inna maabara baasu Damma dammeesse eege . Dalijjeess(OPDO) maabara dhufee walaalaa damma nyaatee . kana boddee dalijjeessi (OPDO) maali inni kani akkana miinyaa'uu maaliirraa qopheesitee jeedhe gaafatee ? Kanniffin(Waayyaanee) kuni uuddaan kooti jeedhe .
achuumaan dalijjeess(OPDO) mana ofitti galee uuddaan ofi kuusee eege .gaafa maabarra yammu kanniffin(Waayyaanee) ka'ee mana dalijjeessa(OPDO) dhufee FOOLNI UUDDAAN DALIJJEESSA AKKA BIRATTI XIRAA'A .
Sana bodDee kanniffin (Wayyaanee) dalijjeessa(OPDO) hiddee .achuumaani inna dalijjeessi(OPDO) kaatu qamaleen muka irraa teesse koolfitee yaa dalijjuu(Opdo) AKKA MICHUU GARA BADEE DHEENFAA HIN BADNI BIISHAAN TTI JETTE . DALIJJEESS(OPDO) BIISHAAN SEENE ,BIISHAAN KEESSA TTI DU'EE .
Amma wanti OPDOn jeenuu akka michuu Waayyaanee gara badee dheensuu hin badin . Otoo hin dukanaayiin Waayyaanee irraa fagaachuu tuu irraa jira . waayyaanee tti dugdaan garaagaluu baribaachiissa jeenaa . yerroon ummata ofi kiissaan amma . namaa itti himuu malee itti hin hidhaan . Wayyaaneen hordofituun diina dhadhaa ibidda bu'ee haa taatu . Oromon dhugaan kani isaa wani ta'ee fuu hin moo'a
Saturday, October 12, 2013
Teesse hin ilaalini badiItu si eega
Maalifi kurrupheen hin gabannee yojjanne gaafanne
Bosonaa keessatti hinyaadofitti har'a na ajjeessu boru na ajjeessu yookan bineenisaa na nyaata jette waan yaadoftuuf hin gabbatuu fooni eeshii yerroo qalani dimmaadha , hin commtuu. Bosonnuniis fooni eessa dimmaadha .
Ya leenca Oromo otoo isini jirtanuu Oromo garba ta'ee kunoo waggaa 22 oli jiraata garbummaa Habashaa jalaa .warri garbomistuni Habaashaa lafa Oromo Oromiyaa gubba nagaadhaan deemun irraa hin jiru otoo isin jirtanu . lafitti Oromo diina akka ibiddaa tti kotee isaan gubuu tuu irraa jira . diini Oromo yeroo hundaa akka kurruphee bosonaa keessa yaaddon jiraachuu tti irra jira malee ofi immananii jirachuun irraa hin jiru . akka bosonuuf kuruphee tti yaaddon akka jiraatan gochuu nurra jiraa malee quba yeroo afaan nu keese gororuun hin barbaachiisuu ciniinu malee .
AKKA INDAANQOON JETTE YOON NYAADHE SI FIXUU BAADHU , HADHEE SII BALEESSU HIN DHADHABUU JETTE .
Akka biyoon Oromo lukka eeshii gubbu gochuu nurra jira . lafa Oromo gubba tti wali hora jirtti . booru biyyi Oromiyaa keenya jetti , akka harree dhagaa sitti feeti . yo lolaa dadhabdee lee dhagaa isaan tti darbadhu . teesse hin ilaallini badi tuu si eega . ka'i jabaadhu rabbii wajjiin

Friday, October 11, 2013
Oromoo Norway Sirna Mootummaa TPLF Mormuun Hiriira Nagaa Bahan
Hawaasi Oromoo Magaalaa Otta Norway Sirna Mootummaa EPRDF Mormuun Hiriira Nagaa Bahan
(Madda Oduu ABO/MOA/Fulbaana 1, 2013) Hawaasi Oromoo magaalaa Otta Norway jiran mormii motummaan Wayyaanee sababa adda addaan ummata Oromoo irratti duulee jiru fi sababoota adda adaan Oromoota kumaatamaan lakkaawaman manneen hidhaa ifaa fi dhokataa ta’an keessatti guuree gidirsaa jiraachuun, kaan ammoo lafa isaa irraa buqiftee deegsaa jiraachuu, garii ammoo maqaa amantiin ajjeessaa jirtu balaaleffachuun Hagayya 23, 2013 hiriira mormiin sirna Wayyaanee gahan.
Kana malees biyya Norway dabalatee mootummootiin dhihaa gargaarsaa fi tinnisa sirna diktaatera ta’e Wayyaaneef gargaaraa jiran irraa akka dhaabbatanii fi dhibdee biyyichaa sirnaan akka qoratanii hiikkaa hunde qabeessaaf karaa akka banan gaafachuun ijoo hiriirichaa keessaa isa tokko ture.
Ummanni hiriira ta’e kana irratti argaman Oromoon amantiin gargar bahee hin beeku, ammas gargar hin bahu jedhanii oromon amantii adda addaa qaban uguu rakinni amantii tokko irra gahu kan amanti biraa qabu walii tumsuu akka qaban akka fakkeenyaatti hogganoota ABO jalqabaa nuyi amantiin gargar hin baanu jehaniiboola tokko keessati owwaalaman sana faaji dhiga isaanii qabannee qabsaa’uu qabna kan jedhu Oromootti mullisuuf jecha hiriira mormii gaggeessan.

DHAAMSA
Ilmi Oromo kani taanee hundii keenya bukkee Sabonntoota Oromo wajjiin dhabaachu nurra jira . maalif yoo jeenee ? Wayyaaneeni yoomu yoo ta'ee aangoo galaakiftee hin deemtuu . Jirrun Oromo Wayyaanee qaarruu keessa akka damma mii'ayee fi
Amma lafa jalaa labsaa labsinee yoo akka namaa tokkotti dhaabaannee Wayyaanee fi OPDO gonbissuun salphaa ta'aa .
otoo warrana Wayyaanee keessa Ijoolleeni Oromo gatani ba'an warraan Wayyaanee YAA'II BOOKEE taati
Sirnaa Waayyaanee issa namma nyaatu yoo kuffiisuu alkaan guyyaa yoo hojaachuu baanee Sirnii kuni sirnaa abbaa ajjeesse ilma itti darbu . abbootin keenya bayee nutti gadduu . Akka jeedhan NAMAA DHAALU MALEE OFI HIN DHAALAN jeedhu .Abbootin keenya yerro saani sirnaa Haile Silaase fi sirnaa Darggii kuffisaan
Kanaafuu nutti dargaggoon Sabbonttotaa OROMO bukee dhaabanee amma bilisomnu tti diina saba keenyattin lollee saba keenya garbuma Wayyaanee jalaa baassu nura jiraa .amma lafa jalaa wali galteen yoo har'a jabaane hojaane malee boru bilisummaa eeguun rakkoo ta'aa . kanaafuu ifaan sorraan malee dukkana hin daakaan .
Oromoon haa bilisomu diini iddi fardi irraa hijaatee haa taatu

Monday, October 7, 2013
Sanynii wani faccaassani biqiltii
Garbuu facaafitee
qamadii hin marguu garbuu malee
sanyii qoomaaxaa fuudhuumaa fuudhii abba toorbaa hin darbituu
sanyii budda sii fuudhuumaa fuudhii abba toorbaa hin darbituu
sanyii gowwa hin fuudhin abba toorbaa keessa hin baatu .
wanti dhaalatee hundii gowwa taati kunoo akka OPDO saba ofii jira hawaaltee diina guddftti . generation akka jiru ti fool ta'aa . oolaa taati qubaa afaan keessu sii cinintuu goroorru malee .akka OPDO taati jechaadha .
Waayyaanee fi Opdo maali fi namaa hin sodaanee yoo jeenee ?
1) jireenyii qarru keessa akka damma itti mii' ee
2) Wani kanani dura hojataani wani beekani fi akka yaraati aangoo hin galaakissan
kara biraa imoo akkumma Waayyaanee fi OPDO isaani namaa sodaatan namni bira sii wani isaani sodaatuu waan itti fakkaatu fi
namaa hin sodaatuu malee , gootuumma fi mitti . kanaafuu yaa Ijoollee Oromo Waayyaanee fi ergamtuu diina(OPDO) hin gobnaa malee hin sodaanu .
lafti Oromo kani diini itti hawaalaammu malee kani irra jiratu mitti .
Oromon haa bilisomuu . diini iddi fardi irraa hejatee haa taatu

Subscribe to:
Posts (Atom)