uumaa waaqaa guddaan,
dhaabbiin kan tottoltee
ifaajee harka Waaqif,
galataan ragaa baatee
nammummaan keeyyuu,
kuushummaadhaan ragde,
haadha seexaan guutuu,
waan hundaan haamiltee
hidda dhiiga kootii ,
kuullee koo saatawwee,
saddeeta uumamaa,
qalloo mudhiin jawwee
saakaayee Oromoo,
lookoo mormi lawwee.
looshaa sooyyoomeedhaa,
lattuu sooree waaqaa
siif maaljedhee siiwaamuu,
Maal maalin si himu?
siif hanqaata,
moggaasniyyuu maqaa
intala ganamaan,
uuman babbareeche
harka waaqaa malee,
kan baranee hin qabne
gubbaa hanga jalaa,
tottoltee bareeddee,
muudaaf hanquu malee,
kan guutuudhaan saarte
sanyii araddaadhaa,
oomisha caal- namaa,
Hogguu kee hin moofuu,
haarayaa saaroo namaa
ganamuu galgaloo,
naaf araada taatee,
argaaf baasoon ijaa ,
jechatti hanqatee,
miidhagsee si himuuf,
qubeetu xiqqaatee,
gurraattii nuugiidhaa
saddeeqa waaqayyoo
fakkaattii dachee kuush,
walakkaa naaf aaayyoo.
Cibrannaan rifeensaa,
kaan aadaan oydame
libsaan ija teeyyuu,
kan suutan baname
konkonni funyaanii,
shimala qeerroodha,
baqaqsaan kaarruudhaa,
urjii rudaa raroodhaa
boorri hidhii keetii,
dhangaa buleen
micciirraf cuuqqoodhaa
kuulli ija keetii,
kuraamalli irgeedhaa
afuurri kee damma,
daamuu birraa
foolin qaama keetii,
dachee waaqxiin surraa
qaama koof qaama kee,
isa lamaan tokkorraa
hidda dhiiga kootii,
soroora waaroorraa.
sooyyomee oromoo,
caaltuu hunda namaa
sirkatti kufuutu,
waacaala waamaraa
qorsi harkaa onnee kee,
ammayyuu uumaamaa.
itti maka malee ,
arjoomina akaakaa
hiddaaf baala keetu,
qaba dawoomina
kanaafan sifaarsaa,
ni caalta hunda namaa.
tottolchitee qabdee,
qabaa dhumdhumaatiin
kaasuu tokkoo guuttee,
lapheetti of hirkiftee
situ fuudhee sokkee,
kunooti qaarite
deebisi bakkatti,
kunuunsi jiraatti
situ siiqqittiidha,
aangoon harka keetii
magaala gurraattii,
duree Afrikaati
Giiftii haadha Gadaa,
caaccuun asxaa keetii
dhaabbii uuman tolche,
situ haadha naatoti.
Mee na dura bu'i ,
caaccuu qaphu harkatti.
Dhaabbii uumaan ,
tolte simboo uumamaati.
Contact me
- Contact me via hawiti@yahoo.com or hawiolani@gmail.com
Wednesday, August 19, 2015
Tuesday, August 11, 2015
UNPO’s XII General Assembly Adopts Oromo Resolution
UNPO’s XII General Assembly Adopts Oromo Resolution
On 3 July 2015, Dr Shigut Geleta of the Oromo Liberation Front (OLF) presented a resolution to UNPO’s XII General Assembly, affirming his organisation’s abhorrence of the current situation faced by Oromo people in Ethiopia, and expressing a desire for more genuine democracy, greater involvement from the international community, and an end to state-sponsored violence. UNPO adopted the resolution, thus affirming its support for the Oromos’ demands for justice and equality.
Below is the full text of the resolution:
Resolution
The Oromo Liberation Front (OLF) was established in 1973/1974 by Oromo nationalists in the heart of Oromia, Finfinne (Addis Ababa) to exercise the Oromo people’s inalienable right to national self-determination, to terminate a century of oppression and exploitation, and to form the independent republic of Oromia, or where possible, a political union with other peoples based on equality, respect for mutual interests and the principle of voluntary association. Today OLF has grown and expanded to all parts of Oromo land (Oromia). During the last 40 years, the organization has become of the leading political forces in the region. It has brought about or influenced several positive changes in the Oromo society where it has the unparalleled support of the whole population.
The Oromo constitute more than 40% of Ethiopia’s estimated 98.9 Million inhabitants. They maintain a distinct and homogenous culture, and a common language, history, descent, and separate territory from Abyssinians, who created the Ethiopian empire state. During their long history, the Oromos developed their own cultural, social and political system, known as the Gadaa. The Gadaa is a democratic, political, and social institution that governed the life of every individual in the society until its systematic suppression by the occupiers.
The UNPO General Assembly,
Underlining the persistent violation of human rights in Oromia, Ethiopia that includes arbitrary killings, disappearance, torture, beating, abuse and mistreatment of detainees by security forces, life-threatening prison conditions, arbitrary arrest and detention, detention without charge and lengthy pre-trial detention, violation of privacy rights including illegal searches; land grabbing, restrictions on academic freedom, restrictions on freedom of assembly and association, on freedom of expression and movement; alleged interference in religious affairs, violence and discrimination against women, and abuse of children[1]; Visit More:- http://unpo.org/article/18372
Wednesday, August 5, 2015
Diigamuu Manneenii fi Qabeenyaa Dura Dhaabbachuun Uummanni Shaggar Kaabaa, Sulultaa Gamtaan Qabeenya Isaa Oolfate
Naannowaa Finfinneetti ijaarsi manaa seeraan ala jedhamee diigamullee dhimma Investimentiif karoorri qabame diigumsi mana jireenyaa uummataa jabeeffamee itti fufaa jirus garuu uummanni naannoo adda addaatti jabaatee kan dura dhabbataa jiru tahuus kan mul’ataa jiruudha. Haata’u malee Buraayyuutti turban lamaan dura manni 140 ol diigamee kan jiruu fi kan karoorfame isaan ol tahuun kan hubatameedha. Kanumaan Hagayya gaafa 3,2015 kaayyoon diigumsa mana jireenyaa maqaa seeraaan ala jedhamee diigamu magaala Sulultaa irratti xiyyeeffatame diddaa uummataan dhaabbate.
Odeessa Qeerroo magaala Sulultaa irraa gabaasuun manneen jireenyaa hedduun lakkoofsa hin qabne diigamuuf karoorfame, seeraan ala ijaarame kan jedhuun uummanni abbaan qabeenyaa kun itti karoorfamee fi kan dhimmi kun isaan hin geenyes wal irratti dammaqummaadhaan qaama mootummaa wayyaanee dhimma kana irratti bobbahee jiru dura dhaabbatuun diddaa taasiseen feshelatee jira. Karoorri kun naannowaa oromiyaa
hundatti akeekamee jiraachuu fi Qeerroon Bilisummaa dhimma kana uummata waliin irratti dammaqummaadhaan dura dhaabbachuun qabeenya
isaa oolfachuu akka qabu waamicha taasisa. Qabeenyaa isaa irraa buqqa’uu irra wareegamuu filachuun roorroo ofii yerodhaan ofirraa gaggeessuun kan karoorfame hojjetamuun dura irratti dammaquu dhaamsaa
Tuesday, July 28, 2015
“Hidhamtooti Keenya Gadhiffamuu Qabu” Jedhchuun Gaaffii Mirgaa Ka’een Wallagga Dambi Doolloo Keessatti Hidhamtooti Oromoo Namni 3 Yeroo Ajjeefaman 10 Ammoo Dhukaasa Waraanni Wayyaalee Itti Baneen Haalaan Madaa’uun Gabaafame.
Adoolessa 27,2015Godina Qeellam Wallaggaa Magaalaa Dambii Doollootti Ilmaan Oromoo Oromummaan yakkamanii hidhamanii turan hamma yoomitti hidhamnii ta’u gadhiifamuu qabu sababbaa jedhuun diddaa gaaffii mirgaa uummannii fi Qeerroon kaasaniin hidhamtooti ilmaan Oromoo mana hidhaa keessatti badii tokko malee hidhamanii turan cabsanii bahuuf yaalii gootaniittu sababaa jedhuun Oromoota 10 yeroo rasaasa Wayyaaneen rukutamu namni sadii ammo lubbuun wareegamuu Qeerroon gabaase.
Ilmaan Oromoo badii tokko malee Oromummaa qofaan yakkamuun yeroo garaagaraatti mana hidhaa Magaalaa Dambii Doolloo keessatti ukkanfamuun dararamaa kanneen turan hamma yoomitti Oromummaan yakkamnee badii tokko malee hidhamna, murtiin seeraa fi mirgi keenya sarbamee mirgi namummaa nurraa mulqamee nuuf kabajamuu qaba, mootummaan Wayyaanee seeraan ala nu hidhee jiruu nu gadhiisuu qaba jechuun gaaffii mirgaa dhiyeeffachuun FDG gaggeessan sagalee mirgi keenya kabajamuu qaba, Oromummaan dhaloota malee yakka miti, Oromummaan yakkamuu fi hidhamuun nurraa dhaabbachuu qaba jechuun sagaalee mormii guddaa mooraa mana hidhaa keessatti dhageesisuun mana hidhaa Wayyaanee diiguun bahuuf FDG kaachisuun walqabatee Mootummaan Wayyaanee humna waraanaa isaa kora bittinneessa jedhamuun kan beekamu irratti bobbasuun dhukaasaa irratti bane namoota 3 yeroo ajjeessu 10 ammoo madeessuun madden Qeerroo bIlisummaa Oromoo magaalaa Dambii Doolloo gabaasan. Ilmaan Oromoo rasaasa wayyaaneen Mana hidhaa Dambii Doolloo keessatti madeeffaman :
- Malkamuu Boggalee
- Lataa Yaadasaa
- Birhaanuu Fireewu kanneen keessatti argaman yeroo ta’u guutuu maqaa Qeerroon hordofee ni gabaasa.
Thursday, July 23, 2015
Dhimmi Master Plaanii fi Saamichi Lafaa Tooftaa Jijjiirratee Deemaa Jiru Dura Tokkummaan Dhaabbachuuf Qonnaan Bulaa, Barataa fi Hojjettooti Shaggar Kaabaa Jiraatan Ibsan
Adoolessa 22,2015 Finfinnee
Qonnaan bulaa, barataa fi hojjetaan garagaraa shaggar kaabaa aanaa Kuyyuu, Sulultaa, Caancoo, Akaakoo fi kanneen biroonis godina addaa dabalatee dhimmi Master Pilaanii deebi’ee ka’uu hin qabu jechun walitti dhufuun kana duras dhaabbachuuf of qopheessuu Qeerroon gabaasee jira.
Ammos dhimmi Master Palan Finfiinnee kun tooftaa jijjiratee qonnaan bultootaa fi jiraattotaatti waan dhufaa jiruuf qabeenyaa fi mirga Oromummaa keenya kan sarbu dura of qusatnoo tokko malee ni dhaabbatna jechuun qonnaan bulaan aanaalee kanneen irraa ibsuu Qeerroon naannicha irraa gabaasee jira.
Tooftaa fi malli mootummaan Wayyaanee saamicha lafaa raawwatuu fi qonnaan bulaa Oromoo balleessuu fi qabiyyee lafaa Oromoo dhuunfachuuf
gama kamiinuu itti wareegamuuf dargaggootni barattootni Oromoo fi uummanni godina kana keessatti har’a dhaamsa waliif dhaamuun yomiyyuu
mootummaa Wayyaanee ofirratti hin goobsinu jechuun murteeffachuu gabaasni Qeerroo addeessa.
Shaggar Kaabaa aanaa Caancotti halkan Adoolessa 20,2015 halkan waraqaaleen garagaraa magaala keessa faca’an
– Dacheen Oromiyaa kan Oromooti, oromoodhaan haa bultu,
-Saamtotni fi sobdoonni nun bulchin.
-Mootummaan wayyaanee shororkeessaadha.
-Dinaaf hin jilbeenfannu
-Uummata oromoo saamuun haa dhabbatu
-Miirri maqaa Master Pilaanii waamu haa dhaabbatu
-Wayyeen diina uummata oromooti
-OPDOn uummata oromoof hin dhaabbanne
Kan jedhu waraqoonni bakka garagaraatti barreeffamuun maxxanfaman irraan kan ka’e har’a poolisii fi humni waraana federaalaa naannicha qubachuu Qeerroon gabaasee jira.

Monday, July 13, 2015
“ UTUBAA FI DAGALEE ”
“ UTUBAA FI DAGALEE ”
SEENAA Y.G (2005)
Mana ijaaramu tokkof UTUBAA FI DAGALEETU hundeedha. Utubaan qophaa isaa dhaabbatee Mana ta’uu hin danda’u. Dagaleenis akkasuma. lameen isaanii adda baasanii mana ijaaruun habjuudha. Ijaarsi Manneen durii, Utubaa fi Dagalee irratti hundaa’an. Kan hammayyaa har’aa ammoo , Kolamii (colum) fi Biimii (Beem) irratti hundaa’an . haalli hojii isaanii baraan adda haa ba’an malee, faayidaan isaanii tokkuma. Dagalee fi Utubaan durii garuu, isa hammayyaa har’aaf bu’ura waan ta’aniif, Kaayyoo barruu kanaaf filadheera.
Manni Utubaa malee, Utubaan Dagalee malee hiikkaa hin qaban. Utubaan qophaa isaa ijaajjee, waan mana sanaaf tolu baadhatee mana fakkeessuu hin danda’u. Dagaleenis Utubaa malee, qilleensa irratti dagalfamee waan mana sanaaf tolu walitti qabuu hin danda’au. waan waliif Umame kana adda baasanii dhimma itti ba’uun, baayyee rakkisaa qofaa odoo hin taanee, hin danda’amu jechuutu salaphata. Ijaarsa manaa keessatti , hojiin Utubaa fi dagalee walitti hidhuu gaggeeffamu tollaan , dhumni manichaas tolaa ta’a. Utubaa fi dagalee bakka malee, yoo walitti hidhan, YKN maal na dhibeen yoo ijaaran, umurii manichaa gabaabsuu qofaa ta’a. Walumaa galatti, UTUBAA FI DAGALEENijaarsa Mana tokko keessatti bakka ol aanaa ni qabaatu. Mana waggaa dheeraa ykn dhalootaaf dabru ijaaruuf, jabinni fi Ijaarsi isaanii isaaniin murtaa’a. Akkasuma, Ijaarsi Utubaa fi Dagalee irratti tollaan, qaamoota manichaaf barbaachisan hundi akka tolan hin shakkisiisu jennee haa xumurru. UTUBAA FI DAGALEEN….
Saturday, July 11, 2015
Poolisoonni Mooraa Yuuniverstii Wallaggaa Diddaa Barattooti Oromoo Taasisan Deggertan Sababaa Jedhuun Qondaalota Wayyaaneen Qoratamaa Jiru
Adoolessa 10,2015 Naqamte
Maqaa gamaggama poolisootaa jedhuun guyyaa har’aa Adoolessa 10,2015 bulchiinsi Yuunibarsiitii Wallaggaa poolisoota moorichaa qorannoodhaan afaan faajjessuuf yaalus poolisooti geggeessitoota kana afaan qabachiisaa jiru.
Har’a sa’a laaqanaa irraa kaasee hanga ammaa kanatti odeeffannoon nugahe akka ibsutti Poolisooti moorichaa yeroo FDG barattoota deeggartu,keessaayyuu barattoota Oromoo jajjabeessuun adda adurummaa qabdu,kanaaf isin loogi addaa gootu jedhamuun geggeessitooti sirnichaan wayita sagalee jabaan itti dubbatan ykn dheekkaman illee Poolisoonni mooraa Yuuniversitii Wallaggaa “Oromummaan yakka miti” jechuun geggeessitoota ergama Wayyaanee rifaasisuusaa jiraachuun beekame jira,itti baha walgahii kana guutuu fuula duraatti dhiheessina.

Saturday, July 4, 2015
ወረኛዉ ዝም ይበል!!
በጂቱ ለሚ
ቃሊቲ እስር ቤት ፣ ዞን ሦስት 2006:- አንድ ካኪ ሱሪና እጀ-ጉርድ ሸሚዝ መልበስ የሚያዘወትሩ አዛዉንት እንደአሸን ከሚተራመሰዉ እስረኛ መሃል መታየት ከጀመሩ ሰንብቷል። ተክለ-ሰዉነታቸዉ ቀጥ ያለ ሲሆን የራስ ጸጉረቸዉ ደግሞ ሙሉ በሙሉ ወደ ነጭ ተለዉጧል። በባሕሪያቸዉ ቁጥብ ይመስላሉ። በሰዉነታቸዉ ላይ መጠነኛ መጎሳቆል ቢታይም ያሉበትን ሁኔታ ለመጋፈጥ ግን አሁንም ቁርጠኛ አቋም እንዳላቸዉ ያስታዉቃል። ቀን ቀን ብቻቸዉን ነጠል ብለዉ ግቢ ዉስጥ ከሚያደርጉት የእግር እንቅስቃሴ ይልቅ ሌሊት ሌሊት በተሰጠቻቸዉ የማረፊያ ቦታ ላይ ነጭ ጋቢያቸዉን አፍንጫቸዉ ድረስ ተከናንበዉ ኩርምት ብለዉ የምያሳልፉት ምሽት ይበልጥ ስለሳቸዉ የቀደመ ማንነት እንዳሰላስል ያደርገኝ ነበር። ለዓመታት ሲታሰሩበት ከነበረዉ በተለምዶ የቀይ-ሽብር ቀጠና ከሚባለዉ ዞን በምን ምክንያት ወደዚህ እንደተዛወሩ አይታወቅም። አሁን ከምን ጊዜም በላይ እጅግ ፈታኝ ሁኔታ ዉስጥ ሳይገቡ አልቀረም። አጫዋች ጓደኛ የላቸዉም። ለማረፊያ የተሰጣቸዉ ቦታ የኣእምሮ ሕሙማንና በተለያዩ ምክንያቶች ከሌሎች ታሳሪዎች እንዲገለሉ የተደረጉ እስረኞች የሚቆለሉበት ስለሆነ አስከፊነቱ ከቃላት በላይ ነዉ። ሽታዉ አይጣል፤ ተባዩም የከፋ!። ይበልጥ የሚገርመዉ ደግሞ አንዳንድ ግዴለሽ ወጣቶች ከመጸዳጃ ክፍል ሲመለሱ እግራቸዉን በእሳቸዉ ፍራሽ ላይ እየጠራረጉ እንደዋዛ ተረማምደዉበት ያልፋሉ። እኚህ በሰዉ እግር ስር የተጣሉት ሰዉ በዘመነ-ደርግ የኢትዮጵያ ጠቅላይ ሚኒስተር የነበሩ – ሻምበል ፍቅረሥላሴ ወግደረስ ናቸዉ!
ይህችን አጭር ትዝብቴን ያስቀደምኳት “የጨቋኞች መዉደቂያ በተጨቋኙ ሕዝብ እግር ስር ነዉ!” የሚለዉን ፅንሰ-ሀሳብ ለማጉላት እንጂ ለጊዜዉ ስለ ሰዉዬዉ የማነሳው ጉዳይ ኖሮኝ እንዳልሆነ ይታወቅልኝ። እርግጥ ነዉ ጨቋኝ ገዢዎች ሥልጣናቸዉን ዘልዓለማዊ አድርገዉ ያስቡታል። ጊዜም የማይቀየር፣ ዘመንም የማይሻር ይመስላቸዋል። ያ ግን ፍፁም ስህተት ነዉ። ካሰጠማቸዉ ቅዠት ሲነቁ ራሳቸዉን እንኳን ለማስተካከል ጊዜ ሳያገኙ ነገሮች ይቀየሩና በሰሩት ወኅኒ ይጣላሉ። በዘመናቸዉ ግፍና መከራን ዘርተዋልና ከምቾት ሰገነት ቁልቁል ይፈጠፈጣሉ። የጭንቅና የመከራ ጉድጓድ ማረፊያቸዉ ይሆናል። ይህንን ሀሳብ በጽሁፌ ማጠቃለያ ላይ እመለስበታለሁ። አሁን ባሩድ ባሩድ ሸቶኛልና ወደዚያዉ ልገስግስ!
Monday, June 29, 2015
Godina Wallaggaa Aanaa Waamaa Hagaloo Irraa Hojjettooti 18 Filmaata Filuu Waakkattan Sababaa Jedhuun Hojii Irraa Arihamuu Qeerroon Gabaase.
Waxabajjii 29,2015 Gabaasa Qeerroo Qassoo
Godina Wallaggaa Aanaa Waamaa Hagaluu jedhamu keessaa filmaata filuu diddaan sababaa jedhuun ilmaan Oromoo hojjettooti mootummaa kudha saddeet hojiirraa ari’aman.
Hojjettooti kun badii tokko malee filmaata mootummaa Wayyaanee filuu diddanii fi fimaatas kan filuu waakkattan sababaa ilaalchi keessan ABO ta’eef maqaa jedhuun yoo ta’u gariin isaaniimmoo filmaata kun kijiba mootummaa Wayyaanee hin filiina jettanii uumata ilaalcha ABO qaban nurratti kaftan kun ammo misaansa ABO waan taataniif filmaata utuu hin filatin haftani jedhamuun hojiirraa kan ari’aman yoo ta’u miindaa ji’a kana dhorkatamuu isaaniitiinis keessaayyuu dargaggoonni reef maatiirra adda ba’anii ramadaman rakkoo humnaa olii keessa bu’uu gabaasi Qeerroo Qassoorra nugahe addeessera
Namoota ari’aman keessaa:-

- Kiisaa Addunyaa, Waajjira albuudaafi Inerjii irraa
- Dargaggoo Warqinaa w/ra Qonnaa irraa
- Dassuu. Waajjira Qonnaa irraa
- Tamasgeen w/ra hojii gamtaa irraa
- Durbee Tigist. w/ra dhimma lafaarraa
kanneen jedhaman keessatti argamu.
Sunday, June 28, 2015
በ2007 በኢትዮጵያ የተካሄደውን ምርጫ በሚመለከት ከመድረክ የተሰጠ መግለጫ:- ሕገ-መንግሥታዊና ሕጋዊ የምርጫ ሥርዓት በተጣሰበት ሂደት የተከናወነው ሕገ ወጥ የምርጫ ድራማ ተቀባይነት ሊኖረው አይችልም!
ከመድረክ የተሰጠ መግለጫ …
ሕገ-መንግሥታዊና ሕጋዊ የምርጫ ሥርዓት በተጣሰበት ሂደት የተከናወነው ሕገ ወጥ የምርጫ ድራማ ተቀባይነት ሊኖረው አይችልም!
በሀገራችን ኢትዮጵያ የመድበለ ፓርቲ ሥርዓት እውን ሆኖ በነፃና ፍትሐዊ ምርጫ አማካይነት የሕዝባችን የሥልጣን ባለቤትነት የሚረጋገጥበት ሁኔታ በሕገ-መንግስቱ እውቅና ተሰጥቶት በይፋ ተደንግጎአል፡፡ ይሁን እንጂ ኢህአዴግ ሕገመንግሥቱንና የምርጫ ሕጎችን የጣሰ የምርጫ ድራማ በየ5 ዓመቱ በመቶ ሚሊዮኖች የሀገር ገንዘብ እያባከነ ያካሂዳል፡፡ ኢህአዴግ ይህንን የምርጫ ድራማ የሚያከሂደው፣ ወቅቱን የጠበቀ ምርጫ ማካሄድ በዓለም አቀፍ ለጋሽ ዴሞክራሲያዊ ሀገሮች ዘንድ እውቅና የስገኝልኛል በሚል ተስፋ ነው፡፡ ተጨባጩ እውነታ የሚያሳየው ግን ኢህአዴግ በሥልጣን ላይ በቆየባቸው 24 ዓመታት ራሱ ያጸደቃቸውን ሕጋዊና ሕገመንግሥታዊ ድንጋጌዎችን በመርገጥ የራሱን አምባገነናዊ ገዥነት ለማስቀጠል እንዲያስችለው የሕዝብ ድምፅ መንጠቂያና ማፈኛ ሕገወጥ የምርጫ ስትራቴጂዎችን እያወጣና ሥራ ላይ እያዋለ መሆኑን ነው፡፡ የሕዝባችንን ድምፅ መቀማቱንና ማፈኑን በየምርጫ ዙሮቹ እያባባሰ መሄዱን ቀጥሎበት አሁን ለደረስንበት የ100 ፐርሰንት ቅሚያም ደርሶአል፡፡ በተለይም በ2007 ዓም በተካሄደው የ5ኛ ዙር ሀገር አቀፍ ምርጫ ሕጋዊና ሕገመንግሥታዊ ድንጋጌዎችን በማንአለብኝነት በመጣስ በአጋርነት የፈረጃቸውን ፓርቲዎች አስከትሎና ሕዝቡንና ሐቀኛ ሰላማዊ ተቃዋሚ ፓርቲዎችን በኃይል አፍኖ ምርጫውን በሕገወጥ መንገድ መቶ በመቶ ለመቆጣጠርና ጠቅልሎ ለመውሰድ የፈጸማቸው አስነዋሪ ተግባራት ከአንድ በመንግሥት ኃላፊነት ላይ ከሚገኝ ፓርቲ የማይጠበቁ ናቸው፡፡ አገዛዙ በዚሁ ምርጫ ከመራጮች ምዝገባ ጀምሮ ከፈጸማቸው ሕገወጥ ተግባራት ዋና ዋናዎቹ የሚከተሉት ናቸው፡፡
1ኛ፡- የኢህአዴግ ካድሬዎች ከምርጫ ቦርድ በሚደረግላቸው ትብብር ብዛት ያላቸው የመራጮች ምዝገባ ካርደ እየተሰጣቸው አህአዴግን ይመርጣሉ ለሚሏቸው ቤት ለቤት በመዞር ለአንድ ሰው ከአስር ካርዶች በላይ ከተለያዩ ማስፈራሪያዎችና መደለያዎች ጋር ጭምር የምርጫው ዕለት ድረስ በማደል አንድ ሰው አንድ ድምጽ የሚለውን ሕግ በመጣስ ወንጀል ሲፈጽሙ ቆይተዋል፡፡ ተቃዋሚዎችን ይመርጣሉ ብለው የጠረጠሩዋቸውን በርካታ ዜጎችንም የምርጫ ምዝገባው ጊዜ ከማለቁ በፊት በምርጫ አስፈጻሚዎች #መዝገቡ ሞልቷል$ ወይም #ካርዱ አልቋል$ እየተባለ ሳይመዘገቡ እንዲቀሩ ተደርጓል፡፡ እንደዚሁም መድረክ በመረጃ የደረሰባቸውን ለሰው የታደሉ ትርፍ የመራጭ ካርዶችን ከመራጮች ምዝገባ ላይ ለማመሳከር ባደረገው ጥረት ካርዶቹ ተመዝግበው ያለመገኘታቸውን ማረጋገጡ፣ በመራጮች ምዝገባ ሂደት ከፍተኛ ወንጀል እንደተፈጸመ የሚያሳይ ነው፡፡ ይህ ሁኔታ አዋጅ 532/1999፣አንቀጽ 65 3ለ ላይ የሰፈረውን #እያንዳንዱ መራጭ በመራጮች መዝገብ ላይ ስሙ ሰፍሮ መገኘት አለበት$ የሚለውን ድንጋጌ መጣሱም ምርጫውን ሕገወጥ የሚያደርግ ነው፡፡
2ኛ፡- በየምርጫ ጣቢያዎቹ የሕዝብ ታዛቢዎች ተብለው የተሰየሙት ሰዎችም የምርጫ ደንብ በሚያዘው መሠረት፣ በምርጫ የሚወዳደሩ ፓርቲዎች በደብዳቤ ተገልጾላቸው ተወካዮቻቸው በተገኙበት መመረጥ ሲገባቸው ያለተቃዋሚ ፓርቲዎች ተሳትፎ በአህአዴግ ደጋፊነታቸው የተመለመሉ መሆኑ ምርጫው ነፃና ታአማኒ እንዳይሆን ከመነሻው የተወጠነ ሕገወጥ አካሄድ ነበር፡፡
3ኛ፡- ገዥው ፓርቲ መንግሥታዊ ሥልጣኑን ያለአግባብ በመጠቀም በየክልሉ የመንግሥት ሠራተኞች አስተዳደር ሕግ የተፈቀደውን የቅስቀሳ ጊዜ ፈቃድ ለመድረክ ዕጩ ተወዳዳሪዎች ከልክሎ የኢህአዴግ አባላት የሆኑ ከፌዴራል እሰከ ወረዳ ደረጃ ያሉት እጅግ በርካታ የመንግሥት ሠራተኞች ዕጩ ተወዳዳሪ ያልሆኑት ጭምር ከሙሉ ክፍያ ጋር ከመደበኛ ሥራቸው ነፃ ሆነው በምርጫ ቅስቀሳው ወቅት በየተወለዱበት ወረዳዎችና ቀበሌዎች ተሠማርተዋል፡፡ ለምርጫ የተመዘገበውን ሕዝብም ቤት ለቤት እየዞሩ በማስፈራራትና በመደልል የንብ ምልክት ብቻ እንዲመርጡና መምረጣቸውንም ለኢህአዴግ ተወካዮች በግልጽ እያሳዩ ኮሮጆ ውስጥ እንዲጥሉ፣ ይህንን ካላደረጉ ግን ተቃዋሚዎችን እንደመረጡ እንደሚቆጠርና ተለይተውም እንደሚታወቁ በማስጠንቀቅና በማስፈራራት ላይ ተሰማርተው ቆይተዋል፡፡ ለዚሁ ሕገወጥ ሥራ የተሰማሩት የኢህአዴግ አባላት የሆኑት የመንግሥት ሠራተኞች በብዙ አከባቢዎች የመንግሥት ተሸከርካሪዎችን ለምርጫ ቅስቀሳ በማንአለብኝነት ሲገለገሉበት ቆይተዋል፡፡
4ኛ፡- በምርጫው ሂደት በብዙ ምርጫ ክልሎች በመቶዎች የሚቆጠሩ የመድረክ ዕጩዎችና ቀስቃሾች ሲደበደቡና ከባድ ጉዳት ሲደርስባቸው፣ ሲታሰሩና ለቅስቀሳ የሚጠቀሙባቸውን መሳረያዎች በገዥው ፓርቲ ካድሬዎች ሲነጠቁና ሲቀሙ ቆይተዋል፡፡ ከእነዚህም ውስጥ በደቡብ ክልል በጋሞጎፋ ዞን በዳራሞሎ ወረዳ 26፣ በዛለ ወረዳ 19፣ በካምባ ወረዳ 4፣በካፋ ዞን ቦንጋ ከተማ 2፣ በኦሮሚያ ክልል በባሌ ዞን ዶሎ መና ወረዳ 40፣ በቦረና ዞን ቡሌ ሆራ ወረዳ 40፣ በምዕራብ ሸዋ ዞን አምቦና ጀልዱ ወረዳዎች 27፣ በትግራይ ክክል በመቀሌ ከተማ 17 ፣ እስከአሁን በእስር ላይ የሚገኙ ሲሆን በመቶዎች የሚቆጠሩት በዋስ ተፈትው ጉዳያቸውን እየተከታተሉ ይገኛሉ፡፡
5ኛ፡- የዜጎችን ነፃና ምስጢራዊ የድምፅ አሰጣጥ መርሕ በመጣስ አንድ አባል 11 መራጮችን መልምሎ እንዲከታተልና ሕዝቡ በ1ለ5 ተጠርንፎ እስከ ምርጫ ጣቢያዎች ድረስ ተያይዞ በመሄድ ድምፅ እንዲሰጥ በገዥው ፓርቲ በተቀየሰው ስተራቴጂ ምርጫው እንዲካሄድ ተደርጓል፡፡ በአከባቢው በሌሉና በማይታወቁ ሰዎች ስምም የተመዘገቡ ካርዶችን በመጠቀም ምርጫው እንዲካሄድ አድርገዋል፡፡ ለምሳሌም በደቡብ ክልል በቀድዳ ጋሜላ ወረዳ ይህ ተፈጽሟል፡፡
6ኛ፡- በምርጫው ዕለት በአብዘኛው ምርጫ ጣቢያዎች የመድረክ ተወካዮች እንዳይገኙ በማባረር፣ በመደብደብና በማሰር ምርጫውን ታዛቢዎቻችን በሌሉበትና የገዥው ፓርቲ ካድሬዎች የሆኑት የዞን፣ የወረዳና የቀበሌ አመራር አባላት የምርጫ ጣቢያዎችን ሙሉ በሙሉ በተቆጣጠሩበትና አዋጅ ቁጥር 532/1999 አንቀጽ 47 ንዑስ አንቀጽ 3 በመተላለፍ ልዩ ኃይል ፣የፌዴራል ፖሊስና ታጣቂዎችን በሕዝቡ መካከል በብዛት በማሰማራት በህዝቡ ላይ የሥነ ልቦና ሽብር በፈጠሩበት ሁኔታ ምርጫው ሊካሄድ ችሎአል፡፡ ብዙ የምርጫ ጣቢያዎችንም በርካታ ታጣቂዎች ልዩ ትጥቅ አንግበው እንዲቆጣጠሩት ተደርጓል፡፡ ከበርካታ ምርጫ ጣቢያዎችም በየጣቢያዎቹ ተገኝተው የነበሩት ወኪሎቻችን እየተፈጸሙ ያዩትን የምርጫ ሕግ ጥሰቶች ለማሳረም ሲሞክሩ ተደብድበው ተባረዋል፡፡
7ኛ፡- በበርካታ የምርጫ ጣቢያዎች የምርጫ ሰነዶች፣ የድምፅ መስጫ ወረቀቶች የምርጫ ጣቢያ የኮድ ማሕተሞችና የኮሮጆ ቁልፎች በሥርዓት ባልተያዙበትና ኮሮጆዎቹ ቀድመው ሞልተው ባደሩበት እንደዚሁም አዲስ የመራጭ ካርድም በአዲስ መልክ ሲታደል በነበረበትና የንብ ምልክት የተደረገባቸው የድምፅ መስጫ ወረቀቶች ከውጭ ወደ ምርጫ ጣቢያዎች እየገቡ ጥቅም ላይ ሲውሉ በነበረበት ሁኔታ የድምፅ አሰጣጡ ተከናውኖአል፡፡
8ኛ፡- ለመድረክ ድምፅ የተሰጠባቸው የድምፅ መስጫ ወረቀቶች በብዛት ሽንት ቤት የተጣሉበትና የተቃጠሉበት ሁኔታ በብዙ አከባቢዎች ተከስቶአል፡፡ ለዚሁም ማስረጃ የሚሆኑ በርካታ ከሽንት ቤት የተሰበሰቡ ድምጾች ለአብነት በእጃችን ይገኛሉ፡፡
9ኛ፡- የመራጭ ምዝገባ አፈጻጸም መመሪያ 2/2000፣ አንቀጽ 13/7 # በአንድ ድምፅ መስጫ ጣቢያ ከ1000 በላይ ድምፅ አይሰጥም$ የሚለውን ድንጋጌ በመተላለፍ የኢህአዴግ ተወዳዳሪዎች ከ1000 በላይ ድምጽ እንዳገኙ ተደርጎ ይፋ መደረጉና ይህ እየታወቀ በምርጫ ቦርድም የእርምት እርምጃ አልተወሰደም፡፡
10ኛ፡- በቅድመ ምርጫም ሆነ በምርጫው ዕለት የተከሰቱ የሕግ ጥሰቶችና የኃይል እርምጃዎችን በሚመለከት መድረክ ከምርጫ ጣቢያዎች አንስቶ እስከ ብሔራዊ ምርጫ ቦርድ ድረስ ላሉት አካላት ያቀረባቸው ቅሬታዎችና አቤቱታዎች ተገቢው መፍትሔ ሳይሰጣቸው ቀርቶ ችግሩ እየተባባሰ ገዥው ፓርቲ በወታደራዊ ኮማንድ ፖስት በመመራት የታጠቀ ኃይል በሰላማዊ ሕዝብ ላይ በማዝመት ጭምር ያከናወነው ምርጫ ሊሆን ችሎአል፡፡
11ኛ፡- በምርጫው ዕለት በኦሮሚያ ክልል በምራብ ሸዋ ዞን ሚዳ ቀኝ ወረዳ በአቶ ጊዲሳ ጨመዳ እና በምዕራብ አርሲ ዞን በቆራ ወረዳ በአቶ ገቢ ጥሴቦ ላይ ግድያዎች የተፈጸሙ ሲሆን፣ ከምርጫው በኋላም በምራብ ትግራይ ዞን በማይካድራ ከተማ በአቶ ታደሰ አብርሃና በደ/ብ/ብ/ሕ ክልል በሀዲያ ዞን በሶሮ ወረዳ በአቶ ብርሃኑ ኤረቦ በሚባሉ በምርጫው ሂደት ንቁ ተሳትፎ ባደረጉት የመድረክ ሰላማዊ ታጋዮች ላይ አሰቃቂ ግዲያዎች ተፈጽመዋል፡፡ በጋሞጎፋ ዞን በአርባ ምንጭ ምርጫ ክልልም በምርጫው እንቅስቃሴ ጠንካራ ተሳትፎ ባደረገውና በላካ ቀበሌ ምርጫ ጣቢያ የመድረክ ወኪል/ታዛቢ በነበሩት በአቶ ዳንኤል ጉዴ ላይ በተደረገው የመግደል ሙከራ ከቤተሰባቸው ጋር እቤት ውስጥ ተኝተው እያሉ ቤታቸውን ከውጭ በገመድ አስረው በእሳት በማቃጠል ከነቤተሰባቸው ለመጨረስ ሙከራ የተደረገ ሲሆን የመድረክ አባሉና ቤተሰቡ በጎረቤት እርዳታ ሕይወታቸው ሲተርፍ ቤት ንብረታቸው በሙሉ ተቃጥሎ በአሰቃቂ ሁኔታ ሜዳ ላይ ቀርተው ይገኛሉ፡፡ የሰላም ታጋዩ በአሁኑ ወቅት ከቀበሌአቸው በኢህአዴግ ካድሬዎች የተባረሩ ሲሆን ከአቅመደካማና ቤቱ ከመቃጠሉ በፊት በካድሬዎቹ ክፉኛ ከተደበደቡት አሮጊት እናታቸው ጋር ወደ ቀበሌአቸውም እንዳይመጡ በካድሬዎች ተከልክለው እየተንከራተቱ ይገኛሉ፡፡
12ኛ፡- ከዚህ በላይ በአጭሩ ለመግለጽ በተሞከረበት ሁኔታ በምርጫው የሕዝቡን ድምፅ ጠቅልለው የወሰዱት የኢህአዴግ ካድሬዎች ይህ አስነዋሪ ተግባራቸው አልበቃ ብሎ ከምርጫው ማግስት ጀምረው በብዙ አከባቢዎች #ለመድረክ በታዛቢነት አገልግላችኋል፣ሕዝቡ መድረክን እንዲመርጥ ቅስቀሳ አድርጋችኋል፣ መድረክን መርጣችኋል$ ወዘተ ባሉዋቸው በርካታ ዜጎች ላይ የበቀል እርምጃዎችን በመውሰድ ላይ ይገኛሉ፡፡ በዚሁም መሠረት በተለያዩ አከባቢዎች በርካታ አባሎቻችንን በማሰር፣ በመደብደብ፣ ቤታቸውን በማፍረስና በሐሰት ወንጅሎ በማስቀጣት፣ ከሥራቸውና ከትምህርት ገበታቸው በማባረር፣ የሥልጠና ዕድል በመንፈግና በመንግሥት ሥራ እንዳይቀጠሩም በመከልከል እንደዚሁም በገጠር በግብርና ሥራ ላይ የተሰማሩ አባሎቻችን የሰፍትኔት ዕርዳታና ሌሎች መንግሥታዊ እርዳታዎችንና አገልግሎቶችን እንዳያገኙ በማድረግ ወዘተ የዜግነት መብታቸውን ነፍገው እያሰቃዩ ይገኛሉ፡፡ ቅርንጫፍ ጽ/ቤቶቻችንንም በግድ ዝጉ በማለት እያስፈራሩ በማዘጋት ላይ ይገኛሉ፡፡ ለምሳሌም በምዕራብ ሸዋ ዞን ሜታ ሮቢ ወረዳ በ16/10/07 በወረዳው አስተዳዳሪና በወረዳው ፖሊስ አዛዥ በተሰጠ ትዕዛዝ የኦፌኮ/መድረክ ቅ/ጽ/ቤት ተዘግቷል፡፡
ከዚህ በላይ የተዘረዘሩትና በገዥው ፓርቲ የተፈጸሙት ተግባራት በኢፌዴሪ ሕገመንግሥት አንቀጽ 54 ንዑስ አንቀጽ 1 #የሕዝብ ተወካዮች ምክር ቤት አባላት ሁሉ አቀፍ፣ ነፃ፣ ቀጥተኛ፣ ትክክለኛ በሆነና ድምፅ በምስጢር በሚሰጥበት ሥርዓት በየአምስት አመቱ በሕዝብ ይመረጣሉ&$ ተብሎ የተደነገገውን የጣሰ ነው፡፡ እንደዚሁም የየክልል ምክር ቤቶች አባላት ምርጫን በሚመለከትም በየክልላዊ መንግሥታቱ ሕገመንግሥታት በተመሳሳይ የተደነገጉትን፣ በተሻሻለው የምርጫ ሕግ አዋጅ ቁጥር 532/1999 አንቀፅ 26 በሰፈሩት የምርጫ መርሖዎችም #ማንኛውም ምርጫ ሁሉአቀፍ፣ ቀጥተኛ፣በምስጢር ድምፅ አሰጣጥ መራጩ ፈቃዱን በነፃነት የሚገለጽበት እና ያለምንም ልዩነት በእኩል ሕዝባዊ ተሳትፎ ላይ የተመሠረተ ይሆናል& የመምረጥ መመረጥ መብቱ በሕግ ያልተገደበ ማንኛውም ኢትዮጵያዊ የመምረጥ ወይም የመመረጥ መብት አለው& እያንዳንዱ መራጭ የሚሰጠው ድምፅ እኩል ነው& ማንኛውም ኢትዮጵያዊ ለመምረጥም ሆነ ለመመረጥ አይገደድም&$ ተብሎ የተደነገገውንም የጣሰ ነው፡፡ በተጨማሪም በሀገራችን የምርጫ ሥነምግባር ሕግ አንቀጽ 14 ንዑስ አንቀጽ 1 ስልጣንን ያለአግባብ መጠቀምን አስመልክቶ #ማንኛውም የፖለቲካ ፓርቲ፡- ያለውን የሥልጣን ኃላፊነትና የተለየ ዕድል ወይም ተፅዕኖ የማሳደር ችሎታ ለፖለቲካ ፍላጎቱ ለመጠቀም መደለያ ማቅረብን፣ ቅጣትንና ማንኛውንም የማስፈራሪያ መንገድ መጠቀምና የፈዴራል መንግሥትን፣ የክልል መንግሥታትን፣ የከተማ ማዘጋጃ ቤትን ወይም ሌላ የሕዝብ ሀብትን በምርጫ ሕጉ ከተፈቀደው አኳኋን ውጭ ለምርጫ ቅስቀሳ ዓላማ መጠቀም የለበትም&$የሚለውንም ድንጋጌ ያላከበረ ነው፡፡ የመንግሥት ሠራተኞችና ንብረት በሚመለከትም የመንግሥት ሠራተኛና ኃላፊ ሆኖ በራሱ የግል ጊዜ ካልሆነ በስተቀር በመንግሥት የሥራ ሰዓትና ኃላፊነት ተቋሙን በመጠቀም እጩዎችን ያስተዋወቀ ወይም ሌሎች እጩዎች ራሳቸውን በሕጋዊ መንገድ ለማስተዋወቅ ያላቸውን እድል ያደናቀፈ፣ በመንግሥት ንብረት ለምርጫ ቅስቀሳ የተጠቀመ፣ እንደሆነ የሥነምግባር ጥሰት እንደፈጸመ ይቆጠራል& ተብሎ በአንቀጽ 27 ንዑስ አንቀጽ 7 እና 8 የተደነገገውን በመጣስ የተፈጸሙ ሕገወጥ ተግባራት ናቸው፡፡
በአጠቃላይም በ2007 ዓ ም በሀገራችን ተካሄደ የተባለው ምርጫ በሕግና ሥርዓት ያልተመራና በሕገ-መንግሥቱና በምርጫ ሕጎች የተደነገጉትን የነፃ፣ፍትሐዊና ታአማኒነት ያለው ዴሞክራሲያዊ ምርጫ መርሖዎች በኃይል በተጣሱበት ሁኔታ የተፈጸመ በመሆኑ መድረክ የምርጫውን ሂደትም ሆነ ውጤት የማይቀበለው መሆኑን እየገለጸ፣ ለዚህ አሁን ሀገራችን ለገባችበት አስቸጋሪ ሁኔታ መፍትሔ ለማስገኘት የሚከተሉት እርምጃዎች እንዲወሰዱ በጥብቅ ይጠይቃል፡፡
1ኛ፡– በ2007 ዓ ም የተካሄደው 5ኛ ዙር ሀገር አቀፍ ምርጫ ሂደትና ክንዋኔ በአጠቃላይ የሀገሪቱን ሕገመንግሥትና የምርጫ ሕጎች በጣሰ ሁኔታ የተከናወነ ስለሆነ፣ ይህንን ግዙፍ የሕግ ጥሰት አንድ ወገንተኛ ያልሆነ አካል ተቋቁሞ እንዲያጣራው፣
2ኛ፡- ከዚህ በላይ በተጠቀሱት አራት አባሎቻችን ላይ ግዲያ የፈጸሙ ወንጀለኞች ተገቢው ክትትል ተደርጎ ለሕግ እንዲቀርቡና ፍትሐዊ ውሳኔ እንዲሰጥባቸው፣
3ኛ፡- ከምርጫው ቅስቀሳ ወቅት ጀምሮ በየምርጫ ክልሎቹ የታሰሩት አባሎቻችን ካለአንዳች ቅድመ ሁኔታ በአስቸኳይ እንዲፈቱና የድብደባና የማሰቃየት ተግባራትን የፈጸሙባቸው የገዥው ፓርቲ ካድሬዎች ለሕግ እንዲቀርቡ፣
4ኛ፡- ከምርጫው እንቅስቃሴ ወዲህ ቤታቸው የተቃጠለባቸው፣ የፈረሰባቸውና ንብረታቸው የተዘረፈባቸው አባሎቻችን ሀብትና ንብረት በአስቸኳይ እንዲመለስላቸውና እንዲከፈላቸው፣ በንብረታቸው ላይ ጉዳት ያደረሱ ካድሬዎችና የጸጥታ ኃይሎች አባላትም በሕግ እንዲጠየቁ፣
5ኛ፡- በአሁኑ ወቅት በኢህአዴግ ካድሬዎች በማንአለብኝነት በሰላማዊ ዜጎች ላይ እየፈጸሙ የሚገኙት የማሸበር ተግባራት ማለትም በሰላማዊ ታጋዮቻችን ላይ በቀጣይነት እየተፈጸሙ ያሉት ግዲያዎች፣ ማስፈራራት፣ ወከባዎች፣ ዛቻዎችና የመሥራትና የመማር እንዲሁም እርዳታና አገልግሎት የማግኘት መብት በመንፈግ የሚፈጸሙ ሕገወጥ ተግባራት በአስቸኳይ እንዲቆሙ እንዲደረግና በዚህ አፍራሽና ፀረ ሰላም ተግባራቸው ምክንያት የሀገራችንና የሕዝባችን ሰላምና ደህንነት እንዳይናጋ ወቅታዊ የእርምት እርምጃ እንዲወሰድ፣
6ኛ፡- በ2007 ዓ ም በሀገራችን የተካሄደው ምርጫ ከሀገራችን ሕገ-መንግሥትና የምርጫ ሕጎች ውጭ መንግሥታዊ ሥልጣንን ያለአግባብ በመጠቀም ሕዝብን በማስፈራራት፣ በኃይልና በአፈና ገለልተኛ ታዛቢዎች በሌሉበት ገዥው ፓርቲ ራሱ ተወዳዳሪ፣ ዳኛና ታዛቢ ሆኖ ያካሄደውና በምንም መልኩ ፍትሐዊና ዴሞክራሲያዊ ያልሆነና ታአማኒነት የሌለው ሕገወጥ ምርጫ ስለሆነ፣ገዥው ፓርቲ በገለልተኛ የምርጫ አስተዳዳር አማካይነት ገለልተኛ ታዛቢዎች በተገኙበት ነፃ፣ ፍትሐዊና ዴሞክራሲያዊ የሆነና ታአማኒነት ያለው ምርጫ ሊካሄድ በሚችልበት ሁኔታ ላይ ከመድረክና ሌሎች ሐቀኛ ሰላማዊ ተቃዋሚ ፓርቲዎች ጋር በአስቸኳይ በመደራደር ለነፃ፣ ፍትሐዊ፣ ዴሞክርሲያዊና ታዓማኒነት ላለው ምርጫ አመቺ ሁኔታ እንዲፈጠር እንዲደረግ አጥብቀን እንጠይቃለን፡፡
7ኛ፡- በሀገራችን የመድበለ ፓርቲ ሥርዓት እንዲረጋገጥ ሕጋዊ ሁኔታዎችን ለመፍጠር ፣ እንደዚሁም ነፃ ፍትሐዊ ተዓማኒ ምርጫዎች ውስጥ የፖለቲካ ፓርቲዎች እንዳይሳተፉ እንቅፋት የሆኑ ሕጋዊና ተቋማዊ ሁኔታዎችን ለማስወገድ ከኢህአዴግ ጋር የሚካሄድ ድርድርና የሌሎች ድርጅታዊ እንቅስቃሴዎች ውጤት በቀጣዩ ለመድረክ በምርጫዎች መሳተፍ ወሳኝ ይሆናል፡፡ ይህ የሰላማዊ መፍትሔ እርምጃ ከዚህ በፊት በኢህአዴግ አሻፈረኝ ባይነት ተቀባይነት አጥቶ ችግራችን እየተባባሰ እንዲሄድ ሲደረግ እንደቆየው ሁሉ አሁንም በተመሳሳይ ሁኔታ ቀጥሎ የሀገራችን ችግሮች እየተወሳሰቡና ከቁጥጥር ውጭ እየሆኑ ከሄዱ ኃላፊነቱ የኢህአዴግ ብቻ እንደሚሆን በቅድሚያ መግለጽ እንወዳለን፡፡
በመጨረሻም ነፃ፣ ፍትሐዊና ታአማኒ የሆነ ዴሞክራሲያዊ ምርጫ ለዘመናት ሲትናፍቅና ስትታገልለት የኖርከው ሰላም ወዳዱ መላው የሀገራችን ሕዝብ መድረክም ሆነ አባል ድርጅቶቹ በኢህአዴግ የ24 ዓመታት አገዛዝ በሀገራችን በተካሄዱት ምርጫዎች በመሳተፍና የሀገራችንን ችግሮች በሰላማዊ ውይይት ለመፍታትና የሕዝባችንን የሥልጣን ባለቤትነት በሰላማዊና ሕጋዊ መንገድ ለማረጋገጥ ባካሄድናቸው ጥረቶች የኢህአዴግን በርካታ የግፍ ተግባራት በከፍተኛ ትዕግሥትና አርቆ አስተዋይነት ተቋቁመህ ከጎናችን በመሰለፍ ላበረከትከው አስተዋዖና ለከፈልከው መስዋዕትነት መድረክ ያለውን ታላቅ አክብሮትና ልባዊ ምስጋናውን ይገልጻል፡፡ የኢህአዴግ አገዛዝ ኃላፊነት በጎደለውና ሕግንና ሕገ-መንግሥትን በጣሰው እርምጃው የነፃ፣ ፍትሐዊና ዴሞክራሲያዊ ምርጫን መንገድ ሙሉ በሙሉ በኃይል የዘጋብን ቢሆንም፣ በሀገራችን ሕገመንግሥት የተረጋገጡትና ገና ያልተጠቀምንባቸው የሰላማዊ የትግል ፈርጆች በርካታ ስለሆኑ በሰላማዊ የትግል አማራጫችን ጸንታችሁ አምባገነኑ የኢህአዴግ አገዘዝ ለሕግ የበላይነት እስኪገዛና ሰላማዊ የመፍትሔ ሐሳቦችን ተቀብሎ ሕገመንግሥታዊ መብቶች በተግባር እስኪረጋገጡ ድረስ ሰላማዊ ትግላችሁን ይበልጥ በተደራጃና በተጠናከረ መልኩ እንዲትቀጥሉ መድረክ ጥሪውን ያስተላልፋል፡፡
ድል ለሕዝባዊ ትግላችን!!
መድረክ
ሰኔ 19 ቀን 2007 ዓ.ም.
አዲስ አበባ
ሰኔ 19 ቀን 2007 ዓ.ም.
አዲስ አበባ
Tuesday, June 23, 2015
Mootummaan Wayyaanee EPRDF/TPLF Bifa Adda Ta’een Kellaawwaan Nannawaa Finfinneetti Argaman Irratti Sakkatta’insa Guddaa Gaggeessaa Jira, Namoota Nagaa Sabaaba Itti Barbaaduun Kanneen Waraaqaa Eenyummaa Hin Qabne Hidhaatti Guuraa Jira
Waxabajjii 23,215 Finfinnee
Mootummaan abbaa irree EPRDF/TPLF Wayyaaneen yeroo amma kanatti muddama keessa galtee jirtu keessaa of baasuu kan hin dandeenye human waraanaa fi pooliisii of harkaa qabdutti fayyadamuun yeroo irraa gara yerootti sakkatta’insa seeraan alaa gaggeessaa kan turte, yeroo amma kanatti ilmmoo sakkatta’insa bifa adda ta’een Waxabajjii 19,2015 irra ee galuun kellaawwaan magaalaa Finfinnee nanna’uun argamaan hundaa irratti sakkatta’iinsa seeraan alaa gaggeessa jirti. Keellaawwaan magaaloota addaa Oromiyaa naannawaa Finfinneetti argaman irratti kan haalaan jabeessitee sakkatta’insa gaggeessa jirtuu fi waraaqa eenyummaa fi gaaffii qorannootiin uummata dararaa jiraachuun irra ga’ame jira.
Sochiin uummata nannawaa Finfinneetti argamuu haalaan jabaachaa jiraachuu irraa yaaddoo fi sodaan kan itti bulee Wayyaaneen waraanaaisaa hiriirsisuun duulaa sakkatta’insaa fi doorsisaa gaggeessa jirachuun uummata shoroorkeessa jira. Qeerroon bilisuymmaa Oromoo uummaatni Orromoo akeekaa Oromoo qe’ee fi qabeenyaa irraa buqqisuun eenyummaa fi teessumaa Oromiyaa saamuuf maqaa master plan Finfinnee jedhuun Wayyaaneen fiigaa jirtuu dhaabsisuu fi haala waliigala qabsoo bilisummaa Oromoo galiin ga’uuf yeroon gamtaan falmatan amma Oromoo bakka jirtanhundaa socho’aa jechuun uummata Oromoo hundaaf dhaamsa isaa dabarsee jira.
Sunday, June 14, 2015
Odeessa Sagalee Qeerroo Bilisummaa
Odeessa Sagalee Qeerroo Bilisummaa
Waxabajjii 14,2015
Mootummaan oftuultuun abbaan irree wayyaanee, “otoo dhirsa hin argiin siree… akkuma jedhan barri bittaa aangoo ishii itti fufuu isaa otooma hin mirkaneeffatiin bajeeta bara dhufuu ramdachuu jalqabdee jirti. Haata’u malee karaa ergamaa ishee Suufiyaan Ahimad Paarlaamaa mana maree federeeshinii wayyaanotaan guutameef dhiheessee jira.

Akka buchullichi wayyaanee Suufiyaan Ahimad Jedhutti bara itti aanuuf baajatni wayyaanee barbaachisu qarshii Biiliyoona 223.4 yoo ta’u isa kana keessaa Qarshii Biiliyoona 38fi Miiliyoona 693tii ol Gargaarsaan kadhaatiin biyyoota dureyyii irraa argachuuf karoora baafataniiru. Kun kanaan otoo jiruu akka isaan karoorfatanitti otoo qarshii Biiliyoona 38tii ol isaan kadhaa irraa arganna jedhan otooniif argatan illee, Qarshii Biiliyoona 27 tii ol ammoo bakkuma fidanii guutan kan hin qabne ykn hindandeenye hir’inni baajataa isaan mudachhuun irra gahameera.
Paartiileen siyaasaa mormitootaa otoo irratti hin hirmaatiin paarlaamaa wayyaanonni qofti itti guutaniin muummicha ministeera Wayyaaneen kan paarlaamaa wayyaaneef dhihaatee sagalee guutuun filatamee taayitaan mirkanaa’eef Boordiin filannoo Itooppiyaa distii-mukaa ibiddarra taa’uufi taayitaa tokkollee hin qabu kan jedhan mormitoonni paartiilee siyaasaa bakka daldaltoonni hin jirretti ministeera Daldaltootaa dhaabuun gatii hin qabu. Bakka demokiraasummaan, haqaqabeessummaan hin jirrettis filmaanni gatii hin qabu jedhaniiru.
Keessaafuu, abbaa dhimmaa kan ta’e uummatichi bal’aan anaan maaltu nadhibe jedhee qarqara dhaabbatee ilaaluu dhiisee addattimmoo dargaggoonni gaafatammumaasaanii bahuu akka qaban cimsanii akeekkachiisaniiru.
Hayyootiin gurguddoon kanneen akka Dr. Mararaa Guddinaa, Filmaanni akkasii jaarraa 21ffaa keessa haaturuutii baroota Ariistootilfaallee seenaa addunyaa keessatti takkaa argamee; dhagahamee hin beeku jechuun isaanii niyaadatama.
Godina addaa Naannoo Finfinnee Aanaa Buraayyuu …….Ganda Noonnoo/Ashawaa Meedaa/ jedhamuun beekamutti Wayyaanonni qonnaan bultoota abbaa warraa 155 ol ta’an laf qonnaa isaanii irraa buqqisuun investerootatti gurgurachuun isii beekame.
Qonnaan bultoonni kunneen hanga muummicha ministeeraatti koree isaan bakka bu’u ijjaarratanii yoo iyyatan illee namni abbaa kanaa isaan jedhu dhabameera. Kun kanaan otoo jiruu mataa isaaniifi ilmaan isaaniif illee mana jireenyaa irratti ijaaruuf haayyama dhabaniiru. Aanaa kana keessatti dhimma kamuu fixachiifachuuf qonnaan bultoonni matta’aa akka gaafataman beekamaadha. Manuma jireenyaa mataa isaaniitiin keessa jiraaytaniif illee kaartaa baafachuuf kan seeraan gaafataman malee seeraan ala qarshii kuma 60 hanga 70 akka gaafataman hadhaayanii ibsachaa jiru.
Godinoota addaa Naannawa Finfinnee keessatti wayyaaneen duula human elektirikaan gaggeessaa jirti! Filmaata kana irratti godinoonni Oromiyaa kun wayyaanee filatuu dhabuun paartii Madirak filachuu isaatiin kan aarani warri wayyaanee human elektirikaa humnaa ol gadlakkisuun manneen godinoota kana keessatti argaman meeshaaleen elektirooniksii kanneen akka televizyinaa, firiijaa, teeppii, raadiyoonaa, kompiiyuteraa, ampoolifii kk fakkaatan akka jirutti gubachuun isaa mirkanaa’eera.
Amma duras uummata kana aarsuun akka magaalaa Finfinnee jala galan gochuuf yaalaa kan turan yoo ta’u inni ammaa kun garuu kasaaraa hedduu namoota irraan kan ga’e ta’uu jiraattonni dubbachaa jiru. Kun kanaan otoo jiruu hangamillee uummanni filmaata irratti yoo paartii Madirak Filate illaa, warri wayyaanee shiraafi humnaan sagalee uummataa akkuma dur baranitti saamanii kan fusdhatan ta’uunis hubatameera.
BORU HIN BEEKNEEN, QADABUKOONSHEE LAMA! Odeessa Sagalee Qeerroo Bilisummaa
Share this:
Saturday, June 13, 2015
Hogantotaa adda bilisummaa Oromo fi raawwii karora isaani
Umman Oromo mirgaa ofitif biyyaa ofii falmachuf erga woldhanisoo dinnaa wajjin waliqabee bubbulee jiraa yeroo motumman habashotaa biyyaa Kenya weraree egalee umman Oromo biyyaa fi mirgaa ofii defachuf weragamotaa hedduu lakkofisisee jira qabsowan motummaa habashaa irratii godhamee gurgudoo fakkenya kafnee kan umman Oromo oso qaromni fii barnotni hin jiree dhamsaa fardan yeroo dherraa demee walitti iyyatee walif birrimata turan kan akka lollaa callanqotif lollaa anolee kassun nii dandahama akkumma bari jijjiramun qabson Oromo jajjabata itti fuftee ummanii Oromo dinnaa hirbaa dhorkuu oso hin dhabnee qabsonii qottee bultottaa balee katee ummani oromo maqaa qabsoo bafachuu egalee qabsoo qottee bultotaa balee jedhamtee bekkamtee Oromonis qabsoo baleen katee guttuu oromiyaa akka walgetuu gochuf tokkummaa Oromo kabba-kibbati, baha-dhihati akka jabbatu tasisuf kallatii garagaratin wali qunamuu egalanii demsaa qabsoo hadhoftuu kessaa tarran oso dinnaf gadii hin jennee haadhaa hedduu kessa darbudhan walqunamanii demsa kessa kan akka hajii Adam Sado oso in xalayaa fudhee demunii dinnii qabee jennan “bakka fettan nuu gessaa wantii gaara nuu batee gartii nuu dachatee”jedhee xalayaa yatee hajii Adam boddaan macca fi tullama umamee gamatan walittii dhufun Oromo cimuu egalee bara 1973 addi bilisummaa Oromo ABOn ummame oromumman jajjabatee addii bilisummaa Oromo gachana ilman Oromo tahee qabsoo egalee #HUBACHISA dubistotaa baruu kiyatif barrefama kana gaggababsee wani baresef yoo dogongore llee naa ofkolchaa yeroo birra barruu birraa irrati baldhinan isinif dhihesaa ammaf yadaa xiqoo xiqoo tana wanti kasefi wayye hogantoo ABO garree lammaa hallaa sochii qabsoo gidduu garagarumaf hallaa sochi qabsoo bilisummaa Oromo isan geggesan jiranif milki isan kasunee haa lalluu mee
DAUD IBSA AYANA (SHANEE) :Daud ibsa erga waggotaa hedduf koree gidduu galessa ABO kessati dalagaa turee bodaa bara 1999 hayu-durree adda bilisummaa Oromo tahun filatamee bodaa qabsoo hedduu tattafachisaa turee jiraa. obbo Daud adda bilisummaa Oromo akka motumma woyyane hirbaa dhorkuu irrati ciminan dalagaa tureraa, kessatuu barotaa 1999-2003 yeroo addi bilisummaa Oromo midhaa bara carteraa irra itti dandamacha turee kan jabesee turee. Tahus barottaa 2003 bodda yeroo rakkolen adda adda morraa qabsoo bilisummaa Oromo kessaitti mulatan akka turee himamaa rakkolen bulichinsa obbo Duad kessati erraman kessa addan bafnee haa laluu
1: rakkoo diplomacy : rakko kuni isaa gudda akka tahee kani himamu yeroo rakkolen ummata Oromo baldhinan itti addunya birraa gahuu qabuti oso rakkon ummata hin genee haferraa
2 bulchinsa garii (good leadership quality) morraa qabsoo tokko kessati bulchi sadarka olii irra hanga madhetii ykn gurmuu xiqatii kan dirriru hayuu duree irra yoo tahu innis biffaa walqixummaa nannoo, gossa, ammaniti, fi kkk nin akka qabson qabso ummata tahuu dalagmuu qaba garuu bulchinsa shanee kessati qodinsii nannoo fi gossaa kan itti babbala’ata turee dha kanuman kane morran qabsoo bilisummaa Oromo itti dadhaba dhufee jiraa
3 ICCITII SOCHII QABSOO : qabson takka kan galma getun yoo hallii sochi morraa qabso sana bifaa amanaf iccitii qabesan dalagamen tahuu qaba kunis akka dinni morraa sana kessa senee hin dignee tasisaa shanee kessati iccitin hin jiruu wan dalagan miti wan dalaguu barbadanuu intranet irratii maxxansu oso hin dalagaminin duraa sanan bodda akka dalagamu tasifama. kun immoo qabsa’ota ficisisuu tahaa
4 ANGOO WAL JIJJIRUU (POWER EXCHANGE) Daud bara 1999 ango adda bilisummaa Oromo kan qabate akka serraa ABO ti angoni kan walirra fudhamun akka sirna gada tin inis wagga sadeti sadetin tahaa garuu obbo Daud wamichaf xalayaa korii saba kabaju didu dhan akkuma motummotaa abba irre afrikati angoo gadi dhisuu didun angoo irra jiraa.
J/ KAMAL GALCHU: jenaral kamal kan garaa morra qabsoo Oromo ti makamee bara 2006 yoo tahu garu misensa adda bilisumaa Oromo kan turee fi koree kessati hirmata kan turee oso motumma woyyane wajjin dalaguu akka tahee nii himima jenaral kamal ijarsaa ilman oromo gamma bilisumatii akka godhan hojjata kan turee mana dinnaa kessa tahee akka tahee nin bekka jenaral kamal biyyaa kessati qabsoo jajjabduu gegesa ergaa turen bodaa iccitii ilimani Oromo dinnaf dalagdun ergaa jala bahen bodaa hallii ergaa itti jijjirameni boddaa ummata qabsahuf qabsoo jabesuf jechaa matii ofii dinaa jalatii gatee worrana dinnaa guratun gara qabsoo oromoti makamee .bara 2006 erga qabsoti makameni bodaa ajjaja worrana wbo tahee lenjii worrana tif qabsoo jabesuu itti fufee hoggana worra wbo tahe dinnarrati tarkanif fudhachuf gafillee garagara hayu duree isatif dhihesaa akka turesi ni himama garu shanen gumii eyama kenuf bodaa korii saba jal Daud ibsatif gafii angoo akka gadi dhisuu ergaa gafaten bodaa wan itti hin milkofnef bara 2008 jijjirama qabsoo bilisummaa Oromo labsamee bodda jenarak KAMAL hayu duree adda bilisumaa oromo jijjirama tahee filatamee jenaral kamal nama hojii worrana kessa woggaa dherraf turee. qaroo hayuu fagotii waa lallee hubbatuu dha erga hayuu duree ABO tahen bodaa moraa qabso bilisummaa qulqlesuu akka barbadan ibsa basan namota shane gumii jala tahan malaqaa Umman Oromo gutu addunya irra walitti busanitti karra cuffu egalee addaa bilisummaa Oromo morraa basasota oso hin tanee moraa qabsahota godhuf kutanon dalagaa egalee milkis argachuu egalee garuu namotaa wagga dherraa Umman Oromo akka mirgaa ofitif hin falmane barbadne irraa komii kahuu egalee sababa fayida dhunfa dhabanif qequu adda adda irrati kasuu egalani “ani qabsof bahee erga qabsof bahee bodaa dubati debie ummata kiyya hin nyadhu qabson kiyya dinnaa ummata Oromo umur gabruma itti dheresuu mararatii” jedhee dhadano dhagesise kanuma wal qabate namoni angoo bulchinsa shanee jala turaa irra gadi dhisuu egalan Lencho Bati, Hassan hussein, Aman jundi fii namoni biros misensuman gadi dhisan sababani isas jenaral kamal dictator jechun labsu egalan fayyadan dhunfa dhabbamnan maqaa nama balesuu egalan jenaral kamal immoo qabsoo kessati dictatoruman hin jiruu anu ummataf jedhe jiruu dhunfa tiyaa garii dhisee bahee jedhee bara 2010 obbo Lencho Bati gara Nairobi immalee jenaral kamal irrati dullii banamee ummani Oromos guraa oso hin keninef jenaral kamal wajjin qabsoo egale barra 2010 kubba mila addunya south Africa ti gegefamee irrati jili obbo Tamam Batutin hoganamu allaba Oromo ummata addunya ti agarsise ——

Posted from WordPress for Android
Share this:
Wednesday, June 10, 2015
Filannoo Wayyaanee Eeboo fi Daabboon durfamu
(Sagalee Bilisummaa Oromoo – Waxabajjii 09,2015) — Addunyaa irra filannoo gosa lamatu jiran. Kanneen biyya ijaarratan, sagalee ummataa fi seera biyyaa kabajan, mirgi sabummaa fi matayyaa heeraan mirkaneeffame keessatti filannoon adeemsifamu kan sagalee ummatni kenne kabaju dha. Biyyoota akkanaatti filannoon ummata ittiin sobuuf hin gaggeeffamu. Sagalee isaa irra ejjatanii kan ofiif fedhan filame jedhanii labsatuufis ittii hin gargaaraman. Kan ummataa fi biyyaaf hojjatu itti filatan, kan waadaa isaa guutuu hin dandeenye ammoo murtii baala dhoksaa dhaan dabarfamuun aangoo irraa ittiin buusan. Ummatni sagalee isaatiin aangoo irra kaa’ee sagaleedhuma isaan aangoo irraa buusa. Kanaaf sagaleen ummataa murteessaa dha jedhama. Sagalee ummataa hatuu fi saamuun gonkumaa hin danda’amu. Sirni dimokraasii biyyoota kanneen keessatti diriirfames kana hin haayyamu. Kanatti dabalee karaan korojootti baala dhoksaa itti guuranii fi keessaa guuran hin jiru. Taajjabtoota walabaan waan to’atamuuf. Boordiin filannoos walaba qofa osoo hin taane, aangoo murteessummaa waan qabuuf hannii fi saamichi sagalee ummataa karaan itti cufamaa dha. Filannoo akkanaan kan mo’ame isa mo’een baga gammadde jechuun dhaamsa gammachuu dabarseefii mo’atamuu isaa amanee fi labsee nagaan qadaadama. –Eeboo fi Daabboo
Share this:
Subscribe to:
Posts (Atom)