Contact me

  • Contact me via hawiti@yahoo.com or hawiolani@gmail.com

Sunday, September 29, 2013

HAADHOON DAMMA DURRBIIN SOOGIDA

Mii'aa ni Damma fi soogida tokko mitti soogidi dhiiga abba mii'eessa jedhuu malee wanti amma damma mii'aawu hin jiru. Mii'aa ni damma harka kuudhan mii'aa soogida caalaa. Mii'aan damma fi soogida waali qixee mitti. DURRBIINI fira taatuu sii , amma Haadhoo wanti namaa Gawwu hin jiru . Yaa Ijoollee Oromo wani ofiitti qullaa ka'uu jedhaan . Maali fi yoo jeenee ? Wani kee namni sii dhowwu hin jiru qullaa taatee fuudhaachuu dandeessa, kani kee wani ta'ee fu BAREEDU malee hin fuudhaatu eenyuu hin jedhuu kani Keeti .KANAAFUU wani ofiiti qullaa ka'uu jedhuu .
Amma wantin kana kassee fi durii ka'ee amma har'a tti taka umman Oromo natti tolee Namaa Kanitti Habaaduu jedhee hin beeku . Oromon Yerroo hundaa namaa garra gawwuutti ofii garra hanqaata. Umman kani kana keessa akka malee ummata Oromo miidhaan. Harka waaya jalaatin Oromon Bayyee Miidhaamee kunii dhu gaa dha.
OROMIYAA AKKA HAADHOO(DAMMA)
ITOOPHIYAA AKKA DURRBII(SOOGIDA) itti ilaalla.
Waan fee'e yoo ta'ee OROMIYAA caalaa wanti jaalanuu hin jiru .
Yoomu taanan nu OROMIYAANI kiitaabaa keenya ,Haadhoo keenya, lubbu keenya . Haadhoo caalaa wanti jaalataan hin jiru .
Jaalali nutti Itoophiyaa qabnuu amma DURRBII (mi'aa soogida) tti jechaadha .
jaalali nutti OROMIYAA qabnuu amma Haadhoo (mii'aa Damma ) tti jechaadha .
ijoollee Oromo wajjiin kaanee Diina keenya injiifaanee bilisomnee Oromiyaa keenya irraa yaadoo malee haa jiranuu. haa bilisomnuu diini iddi fardi irraa hijaatee haa ta'uu