Contact me

  • Contact me via hawiti@yahoo.com or hawiolani@gmail.com

Monday, November 24, 2014

Hawi Olani:- NAMNI MANA IJAARUU

Kaan dhagaa haa qaru
Kaan boolla haa qotu
Kaan muka haa muuru
Kaan sibila haa qirixu
kaanis kan itti jabaate haa uru.
Tokkommoo dhokkee haa bukeessu
Daggalaafi maagaraan hidhee haajabessu
Haarooressaa fi shimalaan
Birbirsaa fi ejersaan
Baargamoo fi ittichaan
Utubaa sagaliin
Mana guddaa jaaruu
yoosan jabaatanii alaaf bakkee galu.

Sunday, November 23, 2014

NAMNI OROMUMMAAF YAADU GALATA QABA!

Najiib Zannuun irraa | Sadaasa 23, 2014
Namoonni tokko tokko akkaataa itti komatan malee akkaataa itti dinqisiifatan hin beekan.
Oromoo fi Oromummaan maal akka taatee fi qabsoon Oromoo garamirraa garam deemaa jirtii warreen irraa quba hin qabneetu qabsaa’ootaa fi qabsoo Oromoo faalleessaa jira. Nama ifiif if baree eenyummaa ifii beekuutu tan namaa dubbata. Garuu Namni ifiifuu if hin beeyne waan dubbatu hin qabu. Namoonni tokko tokko “Oromoon Maali?” Jattee yoo gaafatte warreen deebii hin qabneetu,afaan qaratee nama dhugaa arrabsa.

Namni Oromummaaf jedhee hadoodu, namni Oromummaaf jedhee falmatu, namni Oromummaaf jedhee qabsaa’u nama mataa isaatiif osoo hin taane, sabasaatiif dhaamotu. Guyyaa tokkollee ta’u namni sabaaf yaadee waan dhimma saba isaa dalage galata guddaa qaba. Garuu nama akkasii sanitti gufuu ta’uun hamilee wal cabsuudha. Wal komachuu, wal arrabsuufi maqaa wal xureessuun, garayyuu nu hin geessu! Yoo walii gallee, wal dhageenyee, wal kabajnee, wal dandeenye, wal jala bobbaane qofa bakka yaadne geenya. San ta’uu baannaan garuu wanni tarru hin jiru. Xumura irratti jecha Dr. Sheek Mohammed Rashaad Abdullee (Rabbi Rahmata Haa Godhuufii) jedhe tokkoonin xumura.
“Manni yoo qaqal’iin qajeelte, yoo dagaleen tolte, yoo utubaan qajeelee tole,manni ni tola. Hoggaa taan ni
jallata. Haa tayuu ogeessi mukni jallate je’ee hin darbu. Muka biyya jiruun dallaya jaaran je’anii. Gama
inni itti jallate san, mogoleetti suuta dhidhiibee if duuba deebisa. Ammas akka bakka dhawameen saniin hin laafanne,muka qajeelfame kana muka qajeelaa lama jidduu kaayee yookaa dhaabee waliin dagalcha.”
——————————-

Maaliif wal komanne
maa wal arrabsine?
Maqaa wal xureessuu
maa aadaa godhanne?
Maaliif walin taane
wal jala maan yaane?
Silaa walii gallee
qaata bilisoomne!

Kan sabasaa jibbee
qabsaawaa arrabsu,
Kan hojii godhatee
sabboonaa faalleessu,
Humaa keessan jiru
Ofirraa odeessaa
Gurra hin kanninaaf
dadhabatee usaa!

Oromummaaf jecha
wal jala hiriiraa
Komii lakkisaa
yaadaan wal deeggaraa
Nama sabaaf yaadu
maqaan balleessinaa
Yaadasaa hubadhaa
arrabsuun baddinaa
Fageessanii yaaduun
isiinuu guddinaa
Tokkoomanii ka’uun
waan yaanne arganna.
_______________________
Najiib Zannuun

Thursday, November 20, 2014

Ambo Hidhamtootni Siyaasaa nyaata Dhorkatamanii Rebamani

Oromoonni 160 Mana Hidhaa Shaggar Lixaa, Amboo Keessa Jiran Gaaffii Mirgaa Kaasuu Irraan, Hojii Humnaa Hojjechuu fi Nyaataan Akka Miidhan Taasifame; Nama 10n Irrattis Reebichi Hamaan Raawwatame.‏

Because I am Oromo
Oromoonni gaaffiilee mirga Oromoo utubu gaafattan sababa jedhuun Oromumaan yakkaman 160 mana hidhaa Shaggar lixaa magaalaa Ambootti hidhamani jiran
guyyaa gaafa Sadaa 16 fi 17,2014 gochaa mootummaan Wayyaanee hidhamtoota Oromoo irratti raawwatu balaaleffachuu dhaan mana hidhaa jiran keessatti fincila jabaa ta’e kaasuun jeeqamsi loltootaa fi hidhamtoota jidduutti ka’e salphaa hin turre. Haala kanaan Oromoota 10 sababaa fincila kana duuba jirtu jedhuun reebichi akkaanii irratti raawatamee miidhaan guddaa irra gahee jiraachuu Qeerroon Ambo irraa gabaasa. Oromoonni loltoota Wayyaaneen akkaan reebaman kun miidhaan jabaa waan irra gaheef haala yaaddessaa keessa jiraachuun gabaafama.
Akka gabaasaa Qeerroo itti ilmaan Oromoo mana hidhaa magaalaa Amboo keessatti hidhamani jiran kan dhiyoo hidhamani jiranis tahe kan yeroo hedduu mana hidhaa kana keessa turan ji’oota muraasaa asitti mootummaan Wayyaanee hojii humnaa guyyaa guyyaa hojjechiisuudhaan, itti dabaluudhaan ammoo nyaata sirna qabeessaan akka hin arganneef irraa kutuudhaan miidhaa gurguddaa irraan gahaa ture, haalli hidhamtoota kanatti cimaa dhufuudhaan guyyoota lamaan kana hidhamootni 160 ol tahan fincila mana hidhaa keessatti kaasan.

Intensifying Mass Arrest,Tortur ,and killing will only inflame struggle for freedom


Posted 11/18/2014
Statement of Qeerroo Bilisummaa on Continued Arrest and Conviction of 
Oromo Students from Various Zones of Oromia. November 16, 2014
It is to be recalled that tens of thousands of Oromo nationals in general and Oromo students in particular have been arrested and severely tortured by the TPLF-led Ethiopian regime over the last few months in connection to a series of Oromo student protests which broke out in large scale and spread out throughout Oromia beginning the month of April, 2014. These protests, organized and led by the National Youth Movement for Freedom and Democracy (aka Qeerroo Bilisummaa), are just one incident in a series of continued struggle of the Oromo nation for freedom, democracy, and justice over the last 23 or so years. Hundreds have been gunned down by live bullets by the so called Agazi troops of the regime in the months of April and May, 2014.

In addition to those who have been shot and killed during the protests, many have lost their lives in prison cells unable to stand the brutal torture. Many others have simply disappeared. Qeerroo Bilisummaa believes that those who disappeared have been killed and their bodies hidden - a practice repeatedly perpetrated on the Oromo prisoners by this regime.

On July 7, 2014 Qeerroo Bilisummaa has compiled a list of 61 Oromos killed and 903 others rounded up and thrown into jail during the April/May Oromo student protests of universities, colleges, high schools, middle schools and other educational institutions. Our evidence indicates that all those who have been arrested have undergone through intense interrogation which involved severe and brutal torture. Many have lost their lives due to the severe torture. For example, a 2nd year Computer Science Oromo student of Haromaya University, Aslan (Nuradin) 
Hasan, was killed as a result of extended torture in prison on June 04, 2014. On the same day a 10th grade student, Dawit Wakjira, was arrested and beaten to death in Anfillo district, Qellem Wollega zone. Again on the same day a young high school teacher, Magarsa Abdissa, was beaten and killed in Gulliso Prison, West Wollega zone. The fact that these three young Oromos are known and reported to have been beaten to death on the same day, from different parts of Oromia, is a testimony that prisons in the empire are not safe places under this regime. It has to be noted that many other killings that occurred in the prison cells remained hidden as it is extremely difficult and risky to compile reports of such brutal killings under tight security machinery of the regime.

Aslan Hasan, student, killed in prison Magarsa Abdissa, teacher, killed in prison
The arrests and tortures have continued non-stop. More and more are being arrested before those
who are in jail are released or brought to court. Many of those who survived the torture will
remain incarcerated, without any charge, until they confess the accusations brought against them.
On many other prisoners, concocted charges and false witnesses have been prepared and they are
brought to the kangaroo court of the regime to pass a long time sentence on them so as to
legitimize their prison term. Everybody who pays close attention to how the judicial system of
the regime operates knows for sure that the so called “court” of the regime is just a place where a
fictitious drama is performed. Qeerroo Bilisummaa believes no justice is expected from the so
called “court” of the current Ethiopian regime at any level.
In this brief statement the data collection team of Qeerroo Bilisummaa has compiled a list of 183
Oromos, from 6 different zones of Oromia, mainly students, on which the regime has finalized
its trumped up charges in order to pass a “guilty” verdict on these young innocent Oromo
students and others and sentence them to several years of prison. The main content of the charges
brought against them is “having connection with the Oromo Liberation Front (OLF)” and
“participating on the public protest against the government”. These Oromo students and other
Oromo individuals are in addition to several hundreds of prisoners Qeerroo has reported in the
last few months and our reports indicate that they are going under severe torture and they are
denied food, health care, closing and basic needs to sustain their lives.
Qeerroo Bilisummaa strongly demands that the Ethiopian regime drop all charges against these
Oromo nationals and tens of thousands others and release them immediately and unconditionally.
We would like to reiterate that we the Oromo youth Qeerroo will not sit and be silent when part www.Qeerroo.org qeerroo2011@gmail.com
of our body is bleeding. The Ethiopian regime should realize that intensifying arrest, torture and
killing will only inflame the struggle of the Oromo people for their right. More oppression
doesn’t lead to submission. It rather breeds more dissenting voices. We are certain that
eventually the Oromo and other oppressed nations and nationalities will bring down this criminal
regime and justice and freedom will prevail.
Read More from: https://qeerroo.files.wordpress.com/2014/11/continued-arrest-and-conviction-of-oromo-students-from-various-zones-of-oromia.pdf 

New tool for spy victims to detect government surveillance

November 20, 2014 (Amnesty International) — A new tool to enable journalists and human rights defenders to scan their computers for known surveillance spyware has been released today by Amnesty International and a coalition of human rights and technology organizations.
Detekt is the first tool to be made available to the public that detects major known surveillance spyware, some of which is used by governments, in computers.
202817_Detekt
Governments are increasingly using dangerous and sophisticated technology that allows them to read activists and journalists’ private emails and remotely turn on their computer’s camera or microphone to secretly record their activities. They use the technology in a cowardly attempt to prevent abuses from being exposed.
Marek Marczynski, Head of Military, Security and Police at Amnesty International.
Detekt is a simple tool that will alert activists to such intrusions so they can take action. It represents a strike back against governments who are using information obtained through surveillance to arbitrarily detain, illegally arrest and even torture human rights defenders and journalists.
Marek Marczynski, Head of Military, Security and Police at Amnesty International.
“Governments are increasingly using dangerous and sophisticated technology that allows them to read activists and journalists’ private emails and remotely turn on their computer’s camera or microphone to secretly record their activities. They use the technology in a cowardly attempt to prevent abuses from being exposed,” said Marek Marczynski, Head of Military, Security and Police at Amnesty International.
“Detekt is a simple tool that will alert activists to such intrusions so they can take action. It represents a strike back against governments who are using information obtained through surveillance to arbitrarily detain, illegally arrest and even torture human rights defenders and journalists.”
Developed by security researcher Claudio Guarnieri, Detekt is being launched in partnership with Amnesty International,Digitale GesellschaftElectronic Frontier Foundation andPrivacy International.
The adoption and trade in communication surveillance technologies has grown exponentially in recent years.
The Coalition Against Unlawful Surveillance Exports, of which Amnesty International is a member, estimates the annual global trade in surveillance technologies to be worth US$5 billion, and growing.
Some surveillance technology is widely available on the internet; while other more sophisticated alternatives are developed by private companies based in developed countries and sold to state law enforcement and intelligence agencies in countries that persistently commit human rights violations.
FinFisher, a German firm that used to be part of UK-based Gamma International, developed the spyware FinSpy which can be used to monitor Skype conversations, extract files from hard drives, record microphone use and emails, and even take screenshots and photos using a device’s camera.
According to research carried out by Citizen Lab and information published by Wikileaks, Finfisher was used to spy on prominent human rights lawyers and activists in Bahrain.
Amnesty International is urging governments to establish strict trade controls requiring national authorities to assess the risk that the surveillance equipment would be used to violate human rights before authorizing the transfer.
“Detekt is a great tool which can help activists stay safe but ultimately, the only way to prevent these technologies from being used to violate or abuse human rights is to establish and enforce strict controls on their use and trade,” said Marek Marczynski.
Amnesty International will use its networks to help activists across the world learn about Detekt and scan their devices for signs of spyware. It will also engage in testing with its local partners and networks who are considered at high-risk of being targeted by such spyware.
Source: Amnesty International

Thursday, November 13, 2014

Conference on Land Policy in Ethiopia and a statement of oakland Institute

landNovember 13, 2014 (Human Rights Horn of Afrique) —  The Conference on Land Policy in Africa starts today, November 12, 2014, in Addis Ababa, Ethiopia.  Government officials, representatives from international institutions, aid agencies, and civil society organizations have gathered around the theme “ensuring agricultural development and inclusive growth.”
Given the recent explosion of land grabs across the African continent, this international conference seems pertinent and timely, especially for the millions of smallholder farmers and citizens across the continent. But let’s not allow some key facts to be drowned by the enthusiasm expressed from those attending.
We need to consider the venue and the host country, Ethiopia. The Ethiopian government is not only offering a facility for the conference, but has also played a key role as a member of the Steering Committee for the gathering. The same country is arguably one of the worst offenders when it comes to forced displacement resulting from land grabs.
In recent years, the Ethiopian government has leased over 3 million hectares to corporations for the development of large-scale agricultural plantations and is making available a total of 11.5 million hectares to investors. As widely documented by the Oakland Institute, the land offered to investors is inhabited and used by millions of indigenous peoples in different regions of the country. The Ethiopian government has embarked on a villagization program aiming to resettle some 1.5 million people from this land in order to make room for these agricultural investments. This program is being implemented through forced displacement and massive human right violations.
On November 10, 2014, the Oakland Institute released the latest of its investigative reports on agricultural investment in Ethiopia. Engineering Ethnic Conflict: The Toll of Ethiopia’s Plantation Development on the Suri People documents the dire impact of the current land policy on local people, including the destruction of lives and livelihoods, as well as massacres and violent conflict between local communities (read the Guardian article on the report).
Last week, Amnesty International published an equally troubling report, Because I am Oromo, detailing rape, unlawful killings, torture, and arbitrary arrest of Oromo people for supposed opposition to the government.
The Ethiopian government has systematically silenced all those who oppose and report on these issues within the country, curtailing free speech and creating an atmosphere of fear and intimidation. Independent civil society organizations have been decimated by the 2009 Civil Society Law as well as by the arrests and repression of independent voices and critics of the government’s actions and policies.
For a land conference to take place in Ethiopia, where millions of hectares of land are being forcibly taken away from local communities, this event makes a farce out of a tragedy – especially given the theme “ensuring agricultural development and inclusive growth.”
The conference includes a session on the issue of pastoralist land-use rights in Ethiopia. The possibility of a constructive dialogue at a conference coordinated and hosted by the Ethiopian government, is impossible given the well evidenced horrific abuses carried out against the pastoralist communities in Ethiopia, the primary targets of land grabbing.
There is no doubt that a critical dialogue on the issue needs to take place. But holding such a meeting under the guidance of and in the backyard of one of the world’s worst offenders of land-based human rights abuses, seriously jeopardizes any well intentioned plan for designing land policies that will ensure true development, recognizing rights of smallholder farmers, the indigenous, and the pastoralists in Africa.

Wednesday, November 12, 2014

Gucnii kee hin dhaamnee

Hawi Olani | Sadaasa 10, 2014
Hawi OlaniXamborii kee xiqqashoon daamootiin kee diqqayyoon
Kan dukkana roba kessa gaafas calaqqisttee
Dhimimissaa cimaa kan caaltte hundaan
Samiif dachii dhiphatte kan fokaftee hikttee
Daandii manii guddaa karaa haaqaaf yaalttee
Kan atii egalttee kan atii irra marmaartee
Xonboora qabattee ofii keef gubatte
Kan nuuf ibsee taatee.
Karaan kee gaafasii gucnii atii qabsiiftee
Hindhaamneem amma iyyu akkaan karaa
qabatee karaa base ifee gaée mulatee
Eyyeen eyyeen bara sanaam bara seenaa sana
gaafa waatoo jalaa warri jabaan galee
gadaa maseennu dhabee
gaafa wajabillii abbale
ana hanyaatuun ana hanyaatuun time
bore dhaan garmaamee
lencii marsee hursee
walwaamee walwaamee
gadaan orom cimee
bara dacheen dhipdhatte
gaafa waaqniis gumgumee
jaarraa oromoon wal waamee
eyyeen gucnii kee
amma iyyu ni ifaa yoom dhaamee
gaafa dinnii nusaamee
gaafa onneen gotaa ititee
qeerroon ajjesse ofiis dhumee
bara sana bara gucni kee dhamsamuuf addaamamee
kan adamsamme
eyye bar asana bara gammeen caamee
dhignii bishaan taée lafeen muka taée
lafeen muka taé foniis biyyeetti dachaé
gotnii oromoo garmaamee
jaaleen abshiruu abshiruun abshiriin
walwaamee walyaamee
wal irraa garmaamee
waliin garmaamee
dhaamsaa gadaan hingeddarre
dhalootatiin dhaamee
eyyen gaafa gucii qabatee sana
gaafa bara senaa qabu sana
gaafa karaa baaftan sana
yaa guca jabaattu
kan umurii dhaan dheerttu
oroom ormaa taé
siúmaan ormoomee
gadaa yoom nu dhumee
bara rorro guddaa
bara lolli muddaa
gaafa gotnii didee
dina qawween shidee
baddaa harargetti dhumee
kurriin irra garmaamee
tullu dhimtuun dimee
oromoon dhunfatamee
baá ,dhiáa kaabaa kibbaan gaámee
gucnii kee sun kunoo nutti fullaatee
kan harkaan qabattee
bara koo san gaú baattu
gucnii kee hindhaamnee
aniis gichiillaan kee
kunuunsa irra hin dhaabnee
hangaasiisuus baadhu mukulkullii cimee
irra dhibamee qabatee calaqqee baraketiin
abdii egaretiin tiksaaúmaan jira
egaree kangaée bilisummaaf jira
eyyeen gucni kee hin dhaamnnee
siniin dhaadhana malee akkamiin hirraanfanne
gumaa qabsaaótaa maaliifs dagannaa
atii gotootnii koo abbaa seenaa guddaa
guca ofi qabsiiftte harra dhalootatu barbaadaa
yoo galmaan gaáannee
ekaraa ketuu gammaddaa
atii ituu kunuunsituu waliin kuftee
kaatu mormatti hidhattee
mormakettii kudhaamattee itu ittiin jorttu
dhugaaf mana baatee ittiis waregamtee
kaayyo ishe ganamaa
dhigaaf lafeen tursitee
baáa dhiáa kaabaaf kibbaa
niyaadanaa malee
sinfaarsiina malee
singarmaamna malee
maqaa kessan kaafnnee
asxaafi mallatto kessan tullu irra dhadhaabnee
gumaa kessaniif boree baafna malee
gucni kee kalessaa inni atii qabsiifte
amma iyyu hin dhaamnee kunoo daran mullattee
akkamittii dagannaa gucaa ayyaantuun qabattee
daandii waayyuun saaqamtee
nijabesinna male akkamiin laaffifnaa
hindaamneem gaaf sanaa
gaafa gudaan jigee
gaafa cidaan kufee
gaafa umamniis dhigee
bara dacheen dhigdee
gadaa waaqniis gaddee
gaafa dhallii namaa garaa jabaate
saba Kenya fixe
saba nagaan olee galu
dinni hamtuun gaafa abiddaan waxaltee
rasaasaan akooftee gaafa nutti jabaattee
hindhaamneem gaafasu gucnii kee
WBO kallacha koo wabiin oromiyaa
Wabiin ormaanotaa,wabii oromotaa
Onnatee anaannatte
Lamii isaaf birmatee
Mudhiitti hidhatee
Geraree bookkissee
Haqee dina baáa dhorkee
Gaafas ega gaafii seenaa hojjatamee
Gaafa gaalluun raga himee
Eyye gaafa atii gucaa qabsiiftte sana
Guca hindhaamnee sana
Gaafa siqeen garmaamtee
Gaafa bokkuun waliin dhaabbattee
Gaafa wenniin korrisse
Gaafa jawween sikse
Bineensii bosonaas oromo waliin tumsee
Lenciifi qeramsii tokkumaan gaafa dina isaanii facciisee
Gaafa umaaf umamnnii daba dinaaf birmatee
WBO jabessudhaaf hamlee horatee
Niyaadannaa male gaafas,
Niyaadannaa male gaafas gad dhaabbatte
Gaafa dinni qaanoftte
Bara rorroon dhaámtee
Gaafa WBO n dhaadhatee
Gaafa lagnii qallee gammadde
Yaa laga galletti kan gammachu himtte
Kan ammenyas himttee
Niyaadanna malee akkam hiraanfannaa
Galmaan genya malee akkamittii gannaa
Inni atii taatee ,inni atii taatee
Jaalalli haanga hinqabnnee
Inni atii nuuf kennitee
Isin isiin anii hinjadhu tokkumaa
Kessanttu hunda irra moátaa
Isiin siin hin jadhu tokkumma ketuu hunda irra moáta
Isiin baayyataniis anaafo tokkumaa
Kanaaf namtokkee gonee siin dhaadannaa
Kaayyoo oromummaafi nama tokko taatanii
Gurmmu abbo xabbo gucaa qabsiiftanii
Guca bilisummaa daandii nuuf saaqxanii
Utuun kana beeku
Utuun kana dhagaúu
Ani dhallii kee boqqodhee
Atii dabartu ille ekaraa keetu jira
Ayyaana ketu dhufee naan jadhaa adaraa
Halkan naan hin raffissu haabjjuun natti wacaa
Sagalee shaffee tiin hindhaamsiitee gucaa
Hindhaamsitee guca koo jadhee nahaamaccaa
Xomboora koo essa gotee jadhee nagaafataa
Akkamittiin akkam karaa kiyyaa cufuu yaaltaa?
Karaa qajeelaa anii siif saaqee kalessaa
Itti fagdaa jannaan najalaa dhiphiftaa?
Akkamitti dhiga koo bilaashattii dhiftaa?
Ani dukkana roba kessa sif qabsiisee kalessa
Harra jaarraa kettii maaltu dukkanessaa?
Moo nahiraanfatte Elemoo taú koo
Nadagatte laata Taaddassaa taú koo
Moo nijijjirtee ree karaa kiyya dhiftee.
Yoo kana hintaanee
Yoo kaayyo koo hindagannee
Gucnii koo maaf dhaama ree?
Gaafa jadhee sagalee goota guddaa
Sodaachisaan yemmu ekaraan kee nattii dubbattu
Dacheen natti dhiphatte
Dhaabiin nadhoorkattee
Haangafatuu buée laata jadheen sagal ofbiradhee
Abshiir gaachana koo
Abshiir gaachana koo
Gala egaree koo
Omaa hinshakkiin
Daamootiin kee Abadan hindhaamnee ifaa dha
Karaa kee qajeelaan maniin bilisummaa dha
Waan atii jalqabdde galmaan siif gaáata
Yaaddannoo bara baraan cidaa sifdhaabbataa
Gucnii kee hangaée adhunyaaf mullattaa
Abshiir abbaa gucaa yomiyyu yomiyyu
Gucnii atii qabsiftee karaan kee qajeelaan mamiin bilisumma dha
Waan atii jalqabdee galmeen isaa oromiyaa dha
Yaaddanno bara baraa cidaatu siif dhaabbataa
Gucnii kee hangaée adunyaaf mullattaa
Hawi Olani

Thursday, November 6, 2014

Akeeka Waldaa Waliin Waliifii


Seensa Bifa Gabaabaan:-
1.    Oromoota waanjoo gabrummaa Itiyopiaa jalatti hidhaa fi hiraara irra gahee gargaaruuf.
2.    Maatii qabsaawotaa fi gootota Oromoo mirga saba Oromoof jedheen hidhamee gargaaruuf.
3.    Hidhamtoota dhukubasanii mana hidhaa keessatti dararamaa jiran gargaaruuf.
4.    Fincila diddaa gabrummaa irratti kanneen rasaasaa diinaan madaawanii fi miidhaan addaa addaa irra gahe tinnisuuf.
5.    Maatii qabsaawota FDG irratti wareega kafalanii garggaaruuf ykn jajjabeessuuf.
6.    Hidhamtoota siyaasaa kanneen mirga sabaaf jecha hidhamanii rakkoo maallaqaan abokaattoo bitachuu dadhaban gargaaruuf

Jedha Waldaan Waliif Waliinii dhaabbate.
Ø Waldichi akeekaa fi kaayyoo ittiin masakamu guutuutti ni qaba.
Ø Gaafatamoota Bordii fi koreelee godinaa walumaa gala aduunyaa kana irraa ni qaba.

Hawi Olani

Mootummaan Abbaa Irree Wayyaaneen Murtii Dabaa Barattoota Oromoo Yuuniversitii Dirree Dawaa 21 Irratti Dabarse Ilaalchisee Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa Kenname

Posted: Sadaasa/November 6, 2014 · Finfinne Tribune | Gadaa.com | Comments off
Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo …
Mootummaan Wayyaanee afaan qawweedhaan erga aangootti olbahee kaasee hidhaa, ajjeechaa, biyya irraa arii’uu fi darara dhala namaaf hin malle barattoota Oromoo irratti gaggeessaa as gahe. Barattootni Oromoo dhiibbaa mirga namummaa fi Dimokiraasii Uummata Oromoo irratti gahaa ture dura dhaabbachuun wareegama qaalii kaffalaa turan. Mootummaa wayyaanee abbaa irreef murtiin dabaa hidhaa fi ajjeechaan QBO duuba kan deebisu itti fakkaachuudhaan itti fufinsaan daba daangaa hin qabne gaggeessaa as gahe.
Gaaffii abbaa biyyummaa barattootni Oromoo gaafatan dura murtii hidhaa fi ajjeechaa dabaan dhaabbachuun kan beekamtu wayyaaneen barattoota Oromoo Yuunivarsiitiilee keessaa mana hidhaatti guurte irratti murtii dabarsite. Sabboontota Barattoota Oromoo 21 kan Yuunivarsiitii Dirree Dawaa keessaa baratan irratti himannaa dharaa kan bane abbaan irree Wayyaaneen mana murtii sadarkaa 1ffaatti murtii hidhaaf dabarsuun murtii dabaa itti murteessite. Barattootni kunneen ji’a jaha guutuuf mana hidhaa mootummaa Wayyaanee gidduu galeessaa Maa’ikelaawwii fi Dirree Dawaa gidduu naannessuudhaan rukkuttaa hamaa irraan kan geessu yoo tahu ammas murtii hidhaa waggaa fi qarshii 500 eegalee hanga waggaa shanii fi qarshii 500tti itti murteessitee jirti. Barattootni kunneen:
1. Barattuu Daraartuu Abdataa Araarsoo
2. Barataa Mootii Baanjuu Ayyaana
3. Barataa Dheeressaa Simee Qumbii
4. Barataa Dassaaleny Beeksisaa Imaanaa
5. Barataa Abdii Birraa Baqqalaa
6. Barataa Gadaa Baanetaa Gannaalee
7. Barataa Leencoo Teediroos Dheeressaa
8. Barataa Darajjee Tasfaayee Mokonnin
9. Barataa Ifaa Geetachoo Obsaa
10. Barataa Amaanu’eel Ittafaa Sirneessaa
11. Barataa Baacaaa Bazzuu Baaldaa
12. Barataa Dassaaleny Korsaa Saaphinee
13. Barataa Taagel Gulummaa Olqabaa
14. Barataa Milkeessoo Qaaqoo Galaalchaa
15. Barataa Musaa Umar Tusaa
16. Barataa Yeroosan Shallamoo Qabataa
17. Barataa Miliyoon Olqabaa Gootaraa
18. Barataa Gaaddisaa Asfaaw Rattaa
19. Barataa Taaddalaa Baqqalaa Tolosaa
20. Barataa Oliyaad Bulbulaa Sambatuu
21. Barataa Abdusalaam Huseen Gannaa
Murtii dabaa mootummaan Wayyaanee barattoota Oromoo irratti dabarse Jaarmayaan Qeerroo 
Bilisummaa haala olaanaadhaan ni balaaleffata. Murtiin hidhaa fi ajjeechaa waayyaaneen darbu hanga bilisumaa Oromoo fi Walabummaa Oromiyaatti kan itti fufu tahuu uummatni Oromoo beekuu qaba.
Kanaafis Uummatni Oromoo waanjoo garbummaa bara baraan jabaachaa dhufe kana of irraa buusuuf bakka jiruu Fincila Diddaa Garbummaa gaggeessuu akka qabus Qeerroon Bilisummaa waamicha dabarsa. Addatti ji’i Sadaasaa ji’a FDG tahuu hubachuudhaan Uummatni Oromoo bakka jiruutti FDG wal irraa hin citnee fi mootummaa wayyaaneetti xumura godhu gaggeessuuf duuba akka hin deebine quba qabaachisna.
Injifannoo Uummata Oromoof!
Gadaan Gadaa Bilisummaati!
Qeerroo Bilisummaa 
Sadaasa 5, 2014
Finfinnee
S.Q.B.O. – Qophii Sadaasa 3, 2014:
S.Q.B.O. – Qophii Sadaasa 5, 2014:

Wednesday, November 5, 2014

Dammaqii saba koo!

Hawi Olani irraa | Sadaasa 4, 204
Hawi OlaniAshama ashami jirtuu jadhetan eegala
Mootummaa norwayeen galatooma jedha
jechako jalqaba
Oromoon dhiphatee galgalaaf ganama
gadi bu,’aa ilaalaa rakko saba kana
landi infoon hin qabu seena sanyii kana
filatamtanituu falmuuf mirga dhala nama
Maaloo mee ilaala wa’ee saba kana
nu gargaree hin jedhuu karaa garaggara
gargarsii hadhabatuu kan moottumma maafi’aa sanaa
heedu itti caalee du’ii lammii kenyaa
kan walaloo kana caqastan haraa guyyaa kana
callifitan hin darbinaa waa’ee dhimma kana
furmaata kan ta’uu jecha walii galaa
Mootummaan addunyaa du’,aa ilmaan oromoo maaf callise ilaala
Handhuraa oromiyaa magaala finfinnee
nannoo kee kan jirtuu anoo ilaale hinfinee
Bishooftu ,Dukkami,wayyooka galaanni,laga xaafoo laga daadhii
Suluulta,sandaafa,sabbata,burraayyuu faa dha eega isani
kana duwwaa mittim heddu dhami isaani
seena gudda qabdii maggallaan burraayyuu
shawaaf wallaggi assiti walga’uu
bu’uraa hayyootati amayu yoomiyuu
Finfinnee magaala oromootaa
irrati hin boqqonne lammiin oromootaa
Finfinnee oromiyaa attis gaaffi saba
kana akka hin dubbane hundatu afaan nuqaba
wanti dhufe haadhufuu maaloo yaa lammii koo irrati dammaqqaa
Daldalaa fi qotee bulaa
Barataa fi barattuu barsiisa oromoo maalif qoffa dhumma
tenyee wal hin ilaalluu yeroo tokko ka’,uu
utuu waliin kaanee baatin tokko hin ga’uu
ka’ii hin katte dubbin boore taatee jadhe welisaan Hirphaanu
Bilisummaa waliif hin kennani akka galaa firaa
abbattu barbbaaddataa dandiin isa irraa
guddina nun jedhuu master pilaanini
oromoo balleessuf kaayyoo godhatanii
tigra’iin gochuuf xiqqo boqotani
abasha wajjiin waadaa waliif galani
warshaa ijaarattuu iddoo fiilatani
walii isaan qaccaruu kaayyoo inni guddani
essati addema mee fageesaa ilaalaa
oromoo ballesuf boodesaa galgalaa
Omishaa abaaboo yaa lafaa oromoo
sittuu angoo qaba qaba akka seeratiffo
baayina ni qabnaa karaa namootatto
nutis wal galuu rakkoo gurgudanno
riqqichaa ijaartani karaa dandii tokko
Midi’aa oromoo jabaadha isino
gati guddaa qabddu dhugaadha lammi too
isin faana jirraa lammiin oromono
fincilaa kan kaasee didudhaaf garbumaa
seenan nu deggeera keyaan 39 dhuguma
ofiin ofi bulchudhaa kaayyoon orommummaa
kanattif fincilaa cabsudhaaf garbummaa
bitamnnee hin jiraannu nutis harkaa ormaa
rabbi nurraa kaasa ciqilee abbaa ormaa
qindeesituu walaloo Hawi Olani Kesesa
kani isheen dubatee jechaa walii galaa
hidhafi ajjeechan rorroo gurguddaani
Eenyutu nubadhaasee qabenyaa addaani
furmaata argatee dhabachuu qabami
eega garbumaani
wayyannen hakufuu gaaffii inni guddani
INJIFFANNOON UMMATA OROMOOF