Contact me

  • Contact me via hawiti@yahoo.com or hawiolani@gmail.com

Saturday, June 13, 2015

Hogantotaa adda bilisummaa Oromo fi raawwii karora isaani


image
Umman Oromo mirgaa ofitif biyyaa ofii falmachuf erga woldhanisoo dinnaa wajjin waliqabee bubbulee jiraa yeroo motumman habashotaa biyyaa Kenya weraree egalee umman Oromo biyyaa fi mirgaa ofii defachuf weragamotaa hedduu lakkofisisee jira qabsowan motummaa habashaa irratii godhamee gurgudoo fakkenya kafnee kan umman Oromo oso qaromni fii barnotni hin jiree dhamsaa fardan yeroo dherraa demee walitti iyyatee walif birrimata turan kan akka lollaa callanqotif lollaa anolee kassun nii dandahama akkumma bari jijjiramun qabson Oromo jajjabata itti fuftee ummanii Oromo dinnaa hirbaa dhorkuu oso hin dhabnee qabsonii qottee bultottaa balee katee ummani oromo maqaa qabsoo bafachuu egalee qabsoo qottee bultotaa balee jedhamtee bekkamtee Oromonis qabsoo baleen katee guttuu oromiyaa akka walgetuu gochuf tokkummaa Oromo kabba-kibbati, baha-dhihati akka jabbatu tasisuf kallatii garagaratin wali qunamuu egalanii demsaa qabsoo hadhoftuu kessaa tarran oso dinnaf gadii hin jennee haadhaa hedduu kessa darbudhan walqunamanii demsa kessa kan akka hajii Adam Sado oso in xalayaa fudhee demunii dinnii qabee jennan “bakka fettan nuu gessaa wantii gaara nuu batee gartii nuu dachatee”jedhee xalayaa yatee hajii Adam boddaan macca fi tullama umamee gamatan walittii dhufun Oromo cimuu egalee bara 1973 addi bilisummaa Oromo ABOn ummame oromumman jajjabatee addii bilisummaa Oromo gachana ilman Oromo tahee qabsoo egalee #HUBACHISA dubistotaa baruu kiyatif barrefama kana gaggababsee wani baresef yoo dogongore llee naa ofkolchaa yeroo birra barruu birraa irrati baldhinan isinif dhihesaa ammaf yadaa xiqoo xiqoo tana wanti kasefi wayye hogantoo ABO garree lammaa hallaa sochii qabsoo gidduu garagarumaf hallaa sochi qabsoo bilisummaa Oromo isan geggesan jiranif  milki isan kasunee haa lalluu mee
DAUD IBSA AYANA (SHANEE) :Daud ibsa erga waggotaa hedduf koree gidduu galessa ABO kessati dalagaa turee bodaa bara 1999 hayu-durree  adda bilisummaa Oromo tahun filatamee bodaa qabsoo hedduu tattafachisaa turee jiraa. obbo Daud adda bilisummaa Oromo akka motumma woyyane hirbaa dhorkuu irrati ciminan dalagaa tureraa, kessatuu barotaa 1999-2003 yeroo addi bilisummaa Oromo midhaa bara carteraa irra itti dandamacha turee kan jabesee turee. Tahus  barottaa 2003 bodda yeroo rakkolen adda adda morraa qabsoo bilisummaa Oromo kessaitti mulatan akka turee himamaa rakkolen bulichinsa obbo Duad kessati erraman kessa addan bafnee haa laluu
1: rakkoo diplomacy : rakko kuni isaa gudda akka tahee kani himamu yeroo rakkolen ummata Oromo baldhinan itti addunya birraa gahuu qabuti oso rakkon ummata hin genee haferraa
2 bulchinsa garii (good leadership quality) morraa qabsoo tokko kessati bulchi sadarka olii irra hanga madhetii ykn gurmuu xiqatii kan dirriru hayuu duree irra yoo tahu innis biffaa walqixummaa nannoo, gossa,  ammaniti, fi kkk nin akka qabson qabso ummata tahuu dalagmuu qaba garuu bulchinsa shanee kessati qodinsii nannoo fi gossaa kan itti babbala’ata turee dha kanuman kane morran qabsoo bilisummaa Oromo itti dadhaba dhufee jiraa
3 ICCITII SOCHII QABSOO : qabson takka kan galma getun yoo hallii sochi morraa qabso sana bifaa amanaf iccitii qabesan dalagamen tahuu qaba kunis akka dinni morraa sana kessa senee hin dignee tasisaa shanee kessati iccitin hin jiruu wan dalagan miti wan dalaguu barbadanuu intranet irratii maxxansu oso hin dalagaminin duraa sanan bodda akka dalagamu tasifama. kun immoo qabsa’ota ficisisuu tahaa
4 ANGOO WAL JIJJIRUU (POWER EXCHANGE) Daud bara 1999 ango adda bilisummaa Oromo kan qabate akka serraa ABO ti angoni kan walirra fudhamun akka sirna gada tin inis wagga sadeti sadetin  tahaa garuu obbo Daud wamichaf xalayaa korii saba  kabaju didu dhan akkuma motummotaa abba irre afrikati angoo gadi dhisuu didun angoo irra jiraa.
J/ KAMAL GALCHU: jenaral kamal kan garaa morra qabsoo Oromo ti makamee bara 2006   yoo tahu garu  misensa adda bilisumaa Oromo kan turee fi koree kessati hirmata kan turee oso motumma woyyane wajjin dalaguu akka tahee nii himima jenaral kamal ijarsaa ilman oromo gamma bilisumatii akka godhan hojjata kan turee mana dinnaa kessa tahee akka tahee nin bekka jenaral kamal biyyaa kessati qabsoo jajjabduu gegesa ergaa turen bodaa iccitii ilimani Oromo dinnaf dalagdun ergaa jala bahen bodaa hallii ergaa itti jijjirameni boddaa ummata qabsahuf qabsoo jabesuf jechaa matii ofii dinaa jalatii gatee worrana dinnaa guratun gara qabsoo oromoti makamee .bara 2006 erga qabsoti makameni bodaa ajjaja worrana wbo tahee lenjii worrana tif qabsoo jabesuu itti fufee hoggana worra wbo tahe dinnarrati tarkanif fudhachuf gafillee garagara hayu duree isatif dhihesaa akka turesi ni himama garu shanen gumii eyama kenuf bodaa korii saba jal Daud ibsatif gafii angoo akka gadi dhisuu ergaa gafaten bodaa wan itti hin milkofnef  bara 2008 jijjirama qabsoo bilisummaa Oromo labsamee bodda jenarak KAMAL  hayu duree adda bilisumaa oromo jijjirama tahee filatamee jenaral kamal nama hojii worrana kessa woggaa dherraf turee. qaroo hayuu fagotii waa lallee hubbatuu dha erga hayuu duree ABO tahen bodaa moraa qabso bilisummaa qulqlesuu akka barbadan ibsa basan namota shane gumii jala tahan malaqaa Umman Oromo gutu addunya irra walitti busanitti karra cuffu egalee addaa bilisummaa Oromo morraa basasota oso hin tanee moraa qabsahota godhuf kutanon dalagaa egalee milkis argachuu egalee garuu namotaa wagga dherraa Umman Oromo akka mirgaa ofitif hin falmane barbadne irraa komii kahuu egalee sababa fayida dhunfa dhabanif qequu adda adda irrati kasuu egalani “ani qabsof bahee erga qabsof bahee bodaa dubati debie ummata kiyya hin nyadhu qabson kiyya dinnaa ummata Oromo umur gabruma itti dheresuu mararatii” jedhee dhadano dhagesise kanuma wal qabate namoni angoo bulchinsa shanee jala turaa irra gadi dhisuu egalan Lencho Bati, Hassan hussein, Aman jundi fii namoni biros misensuman gadi dhisan sababani isas jenaral kamal dictator jechun labsu egalan fayyadan dhunfa dhabbamnan maqaa nama balesuu egalan jenaral kamal immoo qabsoo kessati dictatoruman  hin jiruu anu ummataf jedhe jiruu dhunfa tiyaa garii dhisee bahee jedhee bara 2010 obbo Lencho Bati gara Nairobi immalee jenaral kamal irrati dullii banamee ummani Oromos guraa oso hin keninef jenaral kamal wajjin qabsoo egale barra 2010 kubba mila addunya south Africa ti gegefamee irrati jili  obbo Tamam Batutin hoganamu allaba Oromo ummata addunya ti agarsise ——
Posted from WordPress for Android

No comments:

Post a Comment