Contact me

  • Contact me via hawiti@yahoo.com or hawiolani@gmail.com

Wednesday, November 5, 2014

Dammaqii saba koo!

Hawi Olani irraa | Sadaasa 4, 204
Hawi OlaniAshama ashami jirtuu jadhetan eegala
Mootummaa norwayeen galatooma jedha
jechako jalqaba
Oromoon dhiphatee galgalaaf ganama
gadi bu,’aa ilaalaa rakko saba kana
landi infoon hin qabu seena sanyii kana
filatamtanituu falmuuf mirga dhala nama
Maaloo mee ilaala wa’ee saba kana
nu gargaree hin jedhuu karaa garaggara
gargarsii hadhabatuu kan moottumma maafi’aa sanaa
heedu itti caalee du’ii lammii kenyaa
kan walaloo kana caqastan haraa guyyaa kana
callifitan hin darbinaa waa’ee dhimma kana
furmaata kan ta’uu jecha walii galaa
Mootummaan addunyaa du’,aa ilmaan oromoo maaf callise ilaala
Handhuraa oromiyaa magaala finfinnee
nannoo kee kan jirtuu anoo ilaale hinfinee
Bishooftu ,Dukkami,wayyooka galaanni,laga xaafoo laga daadhii
Suluulta,sandaafa,sabbata,burraayyuu faa dha eega isani
kana duwwaa mittim heddu dhami isaani
seena gudda qabdii maggallaan burraayyuu
shawaaf wallaggi assiti walga’uu
bu’uraa hayyootati amayu yoomiyuu
Finfinnee magaala oromootaa
irrati hin boqqonne lammiin oromootaa
Finfinnee oromiyaa attis gaaffi saba
kana akka hin dubbane hundatu afaan nuqaba
wanti dhufe haadhufuu maaloo yaa lammii koo irrati dammaqqaa
Daldalaa fi qotee bulaa
Barataa fi barattuu barsiisa oromoo maalif qoffa dhumma
tenyee wal hin ilaalluu yeroo tokko ka’,uu
utuu waliin kaanee baatin tokko hin ga’uu
ka’ii hin katte dubbin boore taatee jadhe welisaan Hirphaanu
Bilisummaa waliif hin kennani akka galaa firaa
abbattu barbbaaddataa dandiin isa irraa
guddina nun jedhuu master pilaanini
oromoo balleessuf kaayyoo godhatanii
tigra’iin gochuuf xiqqo boqotani
abasha wajjiin waadaa waliif galani
warshaa ijaarattuu iddoo fiilatani
walii isaan qaccaruu kaayyoo inni guddani
essati addema mee fageesaa ilaalaa
oromoo ballesuf boodesaa galgalaa
Omishaa abaaboo yaa lafaa oromoo
sittuu angoo qaba qaba akka seeratiffo
baayina ni qabnaa karaa namootatto
nutis wal galuu rakkoo gurgudanno
riqqichaa ijaartani karaa dandii tokko
Midi’aa oromoo jabaadha isino
gati guddaa qabddu dhugaadha lammi too
isin faana jirraa lammiin oromono
fincilaa kan kaasee didudhaaf garbumaa
seenan nu deggeera keyaan 39 dhuguma
ofiin ofi bulchudhaa kaayyoon orommummaa
kanattif fincilaa cabsudhaaf garbummaa
bitamnnee hin jiraannu nutis harkaa ormaa
rabbi nurraa kaasa ciqilee abbaa ormaa
qindeesituu walaloo Hawi Olani Kesesa
kani isheen dubatee jechaa walii galaa
hidhafi ajjeechan rorroo gurguddaani
Eenyutu nubadhaasee qabenyaa addaani
furmaata argatee dhabachuu qabami
eega garbumaani
wayyannen hakufuu gaaffii inni guddani
INJIFFANNOON UMMATA OROMOOF

No comments:

Post a Comment