Contact me

  • Contact me via hawiti@yahoo.com or hawiolani@gmail.com

Thursday, November 6, 2014

Akeeka Waldaa Waliin Waliifii


Seensa Bifa Gabaabaan:-
1.    Oromoota waanjoo gabrummaa Itiyopiaa jalatti hidhaa fi hiraara irra gahee gargaaruuf.
2.    Maatii qabsaawotaa fi gootota Oromoo mirga saba Oromoof jedheen hidhamee gargaaruuf.
3.    Hidhamtoota dhukubasanii mana hidhaa keessatti dararamaa jiran gargaaruuf.
4.    Fincila diddaa gabrummaa irratti kanneen rasaasaa diinaan madaawanii fi miidhaan addaa addaa irra gahe tinnisuuf.
5.    Maatii qabsaawota FDG irratti wareega kafalanii garggaaruuf ykn jajjabeessuuf.
6.    Hidhamtoota siyaasaa kanneen mirga sabaaf jecha hidhamanii rakkoo maallaqaan abokaattoo bitachuu dadhaban gargaaruuf

Jedha Waldaan Waliif Waliinii dhaabbate.
Ø Waldichi akeekaa fi kaayyoo ittiin masakamu guutuutti ni qaba.
Ø Gaafatamoota Bordii fi koreelee godinaa walumaa gala aduunyaa kana irraa ni qaba.

Hawi Olani

No comments:

Post a Comment