amma yaro ammaatti siyaasnii biyya kenya kessa jiru goftooliin kenyaa waan isaan dubatan okiis barbaadan duwaa akka garbaatii tolle jattee nama amanta taatee jiraachu nami sidhorku hinjiruu .qola (coverage) misoma jadhun garboomee kanjiraatuu hojjataa kamiyyu yotaatee fudhatama gaarii qabaachuu danddesaa .rakkon jirenya kee irratti kan jalqabuu gaafa atii gaafii mirgaa gaafachu jalqabdu dhaa.
rakkon kan jalqabu waan isaan dabsan sana sirii mitii gaafa jachu jalqabdee fi gaafa fayyidaa umataa oromoo dursudhaan mirgaa umatta keef dubachu jalqabdee dhaa.kanaan achi immaa atii akka olaa abrihaam lafa isaan barbaadanittii kan hofamtuu yoo taatee waan tokko ille singodhanii (dhimma kee iyyu hin qabanii) waa sigochuu dhisuun isaanii garu mallatto gabrummaa malee mallatto bilisumaa mitii. ta'uus hindanda'u .maalif yoojatte hikkaan bilissummaa mirgaa ofi bekku irratti kanhundayye jirrenyaa bilisaa waan ta'eef .
galaanni atti karaa ittinjalqabnee bidiruukeeakka hincabsinee hunda, motummaan wayyaannes amma atti gaafii mirgaa gaafattuttii rakkoo sitti hin umuu .rakko kanini sitii umu dhiseef garuu motumichi gaarii waan ta'eef ittu hintaanee atti mirgakee dabarsitte waan laatteefidhaa okiis waa'ee mirga keef mirgaa saba keetii waan gaafachuu dhisteef ta'u isaa ubadhu . abjju sodaatanii hiribbaa akka hin dhisnnee hunda nutis hundii kenyaa ilmaan oromoon kan biyya keessaaf biyya alaa jirruu martii gaafii mirgaa saba oromoo gaafachu ituuma haafufnu
injjifannon ummatta oromoof
haawwii Olaanii irra
No comments:
Post a Comment