
Sadaasa 27,2013 Gabaasa Qeerroo Uni,Gonder

Mootummaan abbaa irree Wayyaaneen humnaan diddaa kana dura dhaabbachuuf yaaluun barattoota hedduumminaan mana hidhaatti ukkaamsus yeroo ammaa kana barattootni daran diddaa jabeessuun barattootni kanneen hidhaman haa hiikaman jechuun sagalee isaanii dhageessisuu irratti argamu. Qondaalotii fi bulchitooti Mootummaan Wayyaanees kutannaa barattootaan kan baarage gaaffiiwwan mirgaa kana kaastu taanaan nyaata isin dhorkina jedhus barattootni Oromoo gamtaan dhaadannoo hidhamtootni haa hiikaman jedhu yuunivarsiitiilee keessatti maxxansuun diddaa itti fufanii jiran. Ilmaan Oromoo marti, barattootni hundi carraan rasaasaan ajjeefamuu waan nu eeggatuuf akka mirga ofii mirkanfachuuf ka’anis Qeerroon Yuunivarsiitii Gondar dhaammatanii jitan
.http://qeerroo.org/2013/11/27/anaa-dhufuu-barattoota-haarawaa-yuunivarsiitii-haramaayaa-irratti-qeerroon-dhaamsa-walii-dabarsuun-barattoota-simate/
.http://qeerroo.org/2013/11/27/anaa-dhufuu-barattoota-haarawaa-yuunivarsiitii-haramaayaa-irratti-qeerroon-dhaamsa-walii-dabarsuun-barattoota-simate/
No comments:
Post a Comment