Contact me

  • Contact me via hawiti@yahoo.com or hawiolani@gmail.com

Tuesday, November 12, 2013

Gocha Gaddisisaa



  
gocha guddaa gaddisiisaa  saba kenya irratti yaroo adda addati gidiraafii acuccaa addaa garaa ilaalaa haraa ira genyerra .amas gochaan sukanisaa kun ittumma fufee jiraa .umatii kenyaa biyya kesaa akka ittijiraatu dhabe(sababaa siyaasaatiniis ta ee  sababaa rakko dinagdee dhaan ) biyya ambaatii godaanaa jiraachuun isaa nibeekamaa .kana irran kan ka ee sabiii kenyaa baayyen  biyya Soud Arabiyaatii gidirfamaafii acuccaa adda adda argaa jiru ,kana egaa motumaan wayyaaneedhaa daandii gudinaa wagaa 22 tti lakkofsisee  mee yaa jamaa namumaa taa ee ilaaluuf  kun dalga namatti hinta uu? baroota  salgen darbaniif gudina dinagdee dhaan heduu biyya lakofsiiste ,ummatii ishee waan hojatan ituu hintaanee waan nyaatan dhabanii,hojachuuf ha aafutii bashananaaf ille bakka iyyaadamnee fi waa ee jaalalaa maallaqaafi jaalalaa amantaadhaan alla kabaja dhala namaaf kan tasumayyu dima kan hinqabaanee(biyya Arabaa) biyya dukkanaa  kessattii burjujaahaa jiruu.kumaatamaan kanlakaawaamaan oboletoota kenyaa biyya dukana  kanaaf hojatu manumaaf ergaa waa ee gudinna dinagdee biyichaa  sirnii nutti xebaru kun ama afaan maalin nutti haasa aa  laata ?maqaa hojaa(dalagaa)fakkesse sabaa kabaja qabu fudhee arabaa waa een  dhala namaa isaa hindhibnee (iddo itti hinlaanne) tti latee ka ee ummatta kanaaf garuu egumsaa nagumaa tokko ille kan hingonee  addunyaa irratii motummaa wayyanne duwaa dha.







No comments:

Post a Comment