please look @ this video
http://www.metacafe.com/watch/754276/lion_vs_hyena_guess_who_won_the_fight/
Wanti akka warrabeessa
sodaatu hin jiru , huumna haaqabaatu malee , onnee garuu hin qabuu .gama biraan waa ee
jagnummaa lencaa hedduun himameera (dubbatameeraa ) Gama gootummaasaatiifis yeroo mammaakamu,
‘Afaan leencaa huubni hinkajeelu’ jedhama.
haa ta'uu malee yoo iddoo
waraabeessi jiraatu yoo leenci dhufee irraa fudhachuu yaadee , warrabeessi leenca
hin sodaatuu lafa ofi irraatti loollee du' aa malee . Nuti maali taanee maa
lafa keenya barootaaf callisnee ormaaf
laanne difnee OROMIYAA irraatti hin loollee ? onnee keenya ,onnee wararabeessaati
gadii dha moo ? maali taanee? waraabeessi
sodaatuuni lee, kani hundaa caalaa goota ta'ee leencan loolla . mee ya oromo
binensoota irraa ille waa habaranuu . yoo amileedhaan umaan oromo tokumaan dina
irratti haarra ka ee Diina hinjjiifaatee dhaloota booriif
ambaa hanbisuu dandayaa . yookani ammo diinnii dhaloota dhufuus akkumaa bartee
garbumaadhaan bulchitii .egaa isaa wayyu filachuun kan keenyaa . mee yaa oromo nutii of bulchuu
hin dandeenyuu ? tarii lakkofsa kenyatuu xiqaatee laata ? moo bekkaa biyya bushu dhabnee laata ? maa ormaa jalaa jiraannaa , yoomi ofi beekna ?
otoo beeka meeqaa qabnuu , wallaallaan ormaa nu bulchaa ?
yaa oromo yeroo ammaa Wayyaaneen akka waraabeessa hadamoo irraatti madayee waan taateef ofi eguun nuraa jira . waraabeessi hadaamoo irraatti madayee akka du'uu waan beekuu fi amma ajjeessan tti namaa nyaataa . yerroo amma Wayyaaneen akka waraabeessa hadamoo irraatti maadayee tti amma du'uu tti namaa nyaataa kanaafuu ofi eeguudha .

OTOO TOLE AKKA ABBA KOOTTI NAA
KUUKkUUTAA JETTE NAADAAYYNI(QOOMAAXAA) . OTOO TOLE IJOOLLEE OROMO TOKKO TA’AA.
Injjifanoon ummata Oromoof
No comments:
Post a Comment