Contact me

  • Contact me via hawiti@yahoo.com or hawiolani@gmail.com

Wednesday, December 4, 2013

Jachii Garaan Haadhaa Burree dha jadhamuu sirri dhaa


ijoolleen abaa  fi haadha tokko irraa  dhaalatee , 
Tokko beekaa tokko doofaa 
Tokko dheeraa tokko gabaabaa 
Tokko goota , tokko lukknaa 
Tokko jabaa , tokko laafaa 
Tokko harjaa , tokko dooqna 
Tokko Sabona, tokko  immo OPDO ta' ee dhalataa 
Kanaafuu wanti OPDOn amma hojjachaa   jirtu nuu dinquu. Leenci Oromo Bilisummaa saba ofitti  jacha jirenya ofiisaatii dubatii dhisudhaan , diina kokkee qabaan ajjeessan du'aa jira  .Kara biraa yoo ilaallee OPDO  dinaa wajjin dhaabattee oromoo jiraa hawaalaa jirtii  .ergamtuni diina Oromo keessa dhalatee , keeto (gura heelmituu) Diina taatee , kunoo Sabaa Oromo gidiraa agarsisaa jirtii . Haara lafa Oromo kani gurguurraan kani warra ollaa tti kenani  Namni haara Ilmaan Oromo otoo waan tokko balleessa hin qabaatiin  Oromo kummaa 20 olii mana hiidhaatti kani darbatee Waayyaanee wajjiin gidiraa agarsisaa jiru OPDO dha . OPDO  eeshii ajajaa 10 tuu Oromo university tti barataan reebuu . ajaa' ibaa Namaa akka keenya namaa nuu fakaatu tuu nutii burraaqaa.



OROMON HAA BILISOMUU DIINNI OFAA DHAGAA TTI BU'EE HAA TA'UU

No comments:

Post a Comment