Contact me

  • Contact me via hawiti@yahoo.com or hawiolani@gmail.com

Tuesday, January 13, 2015

“ITTI HIN QALIN DUUTEE FI ITTI QALLAAN DUUTEEN GARAA GARI.” Jecha Oromoo -



https://www.youtube.com/watch?v=X6kKXkvejhA
I want us all to come together to help our dear friend Artist Gammachiis Bayyanaa and family during this horribly difficult time. I'm sure most of us could never imagine what the Gammachiis’s family must be going through.  I can hardly bring myself to think about it at all. His wife is already sacrificing for a better future and hoping to see her husband recover someday. She is a front line factory worker, imagine how that feels for moms and trying to take care of her sick husband and kids.

Artist Gammachiis Bayyanaa dhukkubaaf saaxilamee waggoota darban sadaniif miilli isaa laasha’ee mana jira. Namni kun seenaa Oromoo keessatti karaa addaa addaa haala isaaf dandaa’amuun hog-barruu Oromoo cimsuunis ta’e qabsaa’uudhaan bakka haalli isaa illee hin dandaa’amnetti of-wareegee hojjechaa turuu isaa namootni isa beekan ni dubbatu. Ani qaamaanis yoon isa hin beekne illee dandeettiin nama kana keessa jiru saba Oromoof bu’aa ta’eera; ammas gara fuula duraatti illee bu’aa ta’uu ni mala jedheen abdadha.
Artist Gammachiis Bayyanaa abbaa maatii: haadha manaa fi ijoollee lama qaba. Maatiin kun gargaarsa keenya barbaadu.
Namni kun hospitaala deemee illee akka hin ilaalamneef maatiin isaa kan jiraachaa jiran, hojii haati manaan isaa warshaa keessatti joortee manatti itti fidduun ta’uu illee dubbachuuf hin yellaane…erga inni rakkoo qabu kana nutti himachuuf hin yellaanee nuti ammo isa gargaaruuf akka of-laannun isin gaafadha. Waaqayyo guyyaa tokko nama kana karaa saba isaa akka gargaarus nan abdadha.
I'm hoping by us coming together, we can make a difference in this family's life. This family’s life is full of worries.  Please consider donating to help ease their burden and help Artist Gammachiis Bayyanaa to be treated. 
Previously, Gammachiis tried to keep his battle fairly private but at this stage in his suffering with right leg paralyzed, he is ready to share his journey. Feel free to broadcast the story and share any links across social media with anyone who might be interested for the cause.

https://www.youtube.com/watch?v=XQOd6nzyGJk  DACHEE

https://www.youtube.com/watch?v=nHSOT2I0Jck  BUBBEE
I am asking you all join me in supporting Artist Gammachiis and his family during this difficult time.
- See more at: http://www.youcaring.com/medical-fundraiser/na-oolfadhaa-saba-koo-/170018#sthash.TMKPP6g2.dpuf

No comments:

Post a Comment