March 4, 2015
Bitootessa 02, 2015 kaasee bineensotaaf qabeenya uumamaa bosona Cilaaloo godina Arsii keessatti argamu abiddaan gubuun barbade’e !
Biyyaaf qabeenya ofi irratti du’uun mallattoo gootummaa gootota durii san ta’uusaatti hubachuun waan saba tokkorraa eegamu godhaa !
Gubatte yaa bosona baalee wallee warraaksa uummataa kan Hirphaa Gaanfuree sin affeere !
No comments:
Post a Comment