Contact me

  • Contact me via hawiti@yahoo.com or hawiolani@gmail.com

Monday, October 21, 2013

Dammaqii Yaa Oromo


   Ijoollee Oromo ka'u nurra jira , maali fi yoo jeenee ?
 yaa oromo, wayyaanen demokrasii duwaa mitii kan ishiin nurra fudhatte,qabeenyaa saba oromodhaa maaldhibdee dhaan borcaa jirtii ,eyyessa oromo maasii isaa iraa buqqisudhaan lafa isaa soressa abashaadhaaf lachudhaan akka qotee bulaan keenyaa  rakko adda adda iraa saaxilamuu gochaa jirtii kunii hundii ishi ga uu didnaan amma immo muslima lamatti hirudhaan amantaa dhaan yaada namaa mancaasu barbaadii.
anii akka yaadakottitii  Amma WAYYAANEEN aangoo gubba jirtutti eeguun gowwummaa nattifakaataa. Ilmoon bineensaa bineenisummaa. Nutti sanyii garaa guutaan uddu keessa dhitaan mitti . Nutti fuggaa mitti nutti garbaa mitti nutti raatu mitti . Nutti sanyii cuunfaa dammatti . Seera kabajuu yoo ta ee  namni akka Oromo seera qabuus seera kabaajus hin jiru. yoo waani fe'ee ta'ee Waayyaaneen kani akka okkootee raafu danfituu nuu bullichaa ree ? Amma yoomitti harkan ookkoo (OPDO) qabataan nuu bullchuu .Waayyaaneen kani waggaa 22 kani turtee dhissi halkan tokko kani turu irraa jiru mitti.kanaafuu ulee bofaan ajjeessan adhaa isaatti jedhaanitti bofa wajjiin gatu . yaa ijoollee Oromo otoo hundeen diinaa lafa keessa gadii hin fagaattin buqiisuu nura jira malee kuni dhaala fi dhaalotaa  borru iftaaniif  hin toluu. Ormaa tti garagaalii haloofkaadhu firra tti gargaalii liqiimssi  . Akka ormmii hin argnee akka tti haloofkaatu malee liqiimssituu. Nutti oromoonni saa'a mitti kani hookisaan heelmaan. Ummata Oromo kiyoo diina keessa baassu nurra jira malee rafuun nurra hin jiru.tokkumaan humnaa waan taeef ya  oromo damaqnee tokko hataanuu ,akka gotoota keenyaa darbaan iraa barannetti amentaaf kutaadhaan ituu gargar hinba iin kaayyoo keenyaaf(saba oromo bilisaa baasuuf) waan dandeenyuun abirmanuu.

injifanoon ummata oromoof 


hawii Olaanii

1 comment:

  1. dhugaa jattee dhaamsii kee bayyee gaariidha jabadhuu

    ReplyDelete