Contact me

  • Contact me via hawiti@yahoo.com or hawiolani@gmail.com

Friday, October 18, 2013

Wayyaaneen Oromo ajjeesuun qabsoo ummata Oromo dhaabu hin dandeessu

Namni gaafa dhaalatee du'ee jeechaan dutti hin hafu jachu dha . Kunoo waggaa 22 keessatti Wayyaaneen Oromo meeqa akka ajjeefitee lakoofssi hin fixuu . hata'uu malee qabsoon ummata Oromo guyya guyyan jabaacha deema malee laafee hin beeku funduuratti sii yoo ta'ee hin laafuu . qabsoo irraa tti sabon tokko yoo oogdii lolaa irraa kufee warri hafee yaada isaa fixaan baassu jeedhanitti qabsoo itti fufuu malee yaadin Sabona isaa wajjiin kufee hin hafuu. Waayyaaneen Oromo ajjeessun qabsoo ummata Oromo dhaabu hin dandeessu . ajjeechan Oromottin yaada ofi fixaan hin baaftuu jeechan qabsoo ummata Oromo dhamssu hin dandeessu . ittu bulle turee jabaacha itti fufa malee . waan fokkissan maali yoo jeenee ?
Isaa Oromon hawwu hawwii isaa , isaa wajjiin gaafa ajjeeftee fokkisaadha. kuni yoomu hin ta'uu . qaaman nama ajjeeftti malee isaa namni yaadu Bilisummaa Oromo nama keessatti ajjeessun baay'ee rakkissadha . Diini nama ajjeessa malee isaa namni yaadu(bilisumma Oromo) nama keessatti ajjeessu hin danda'uu .isaa du'ee irraa isaa jiruu tti darbaa. diini ofaa dhagaa tti bu'ee ha ta'uu .Oromon haa bilisommuu

No comments:

Post a Comment