Contact me

  • Contact me via hawiti@yahoo.com or hawiolani@gmail.com

Monday, October 7, 2013

Sanynii wani faccaassani biqiltii

Garbuu facaafitee qamadii hin marguu garbuu malee 
sanyii qoomaaxaa fuudhuumaa fuudhii abba toorbaa hin darbituu
sanyii budda sii fuudhuumaa fuudhii abba toorbaa hin darbituu
sanyii gowwa hin fuudhin abba toorbaa keessa hin baatu .
wanti dhaalatee hundii gowwa taati kunoo akka OPDO saba ofii jira hawaaltee diina guddftti . generation akka jiru ti fool ta'aa . oolaa taati qubaa afaan keessu sii cinintuu goroorru malee .akka OPDO taati jechaadha .
Waayyaanee fi Opdo maali fi namaa hin sodaanee yoo jeenee ?
1) jireenyii qarru keessa akka damma itti mii' ee 
2) Wani kanani dura hojataani wani beekani fi akka yaraati aangoo hin galaakissan 
kara biraa imoo akkumma Waayyaanee fi OPDO isaani namaa sodaatan namni bira sii wani isaani sodaatuu waan itti fakkaatu fi
namaa hin sodaatuu malee , gootuumma fi mitti . kanaafuu yaa Ijoollee Oromo Waayyaanee fi ergamtuu diina(OPDO) hin gobnaa malee hin sodaanu . 
lafti Oromo kani diini itti hawaalaammu malee kani irra jiratu mitti . 
Oromon haa bilisomuu . diini iddi fardi irraa hejatee haa taatu

No comments:

Post a Comment