Contact me

  • Contact me via hawiti@yahoo.com or hawiolani@gmail.com

Thursday, October 17, 2013

Dimokraasii Biyya Kenyaa


Kunoo gara waggaa 22 ta'ee edaa OPDO n aangoo qabatee. haa ta'uu malee yeroo kana keessa tti gaaf tokko aangoo harka tti galfaatee hin beekituu .biyya bira tti party yoo parlamaa namaa tokko caalaa yoo qabatee waani gudaa hojaachuu dandaaya. jechaan aangoo harka ofi tti galfaata biyya buulchaa . kani Waayyaanee fi Opdo yoo ilaallee yerroo dheerraa kana keessa tti . OPDOn parlamaa 150 waayyaanee caalaa qabdi . haa ta'uu malee kani waani hundaa hojaatuu Waayyaanee dha . kanaafuu biyya Itopiyaa dimokraasiin tasumayyu hin jiru . amma dhiyoo aangoon Opdo kenamee (mana hin hijaaramnee tti gali jechuudha )  . kunoo Waayyaaneen Opdo tti burraaixii . akka haaduurreen antutaa laafiftee bool'a bukee tti gaddi dhiiftee ittin xabaatuu saana waayyaaneen OPDOn xabaachaa jirti . Oromon haa bilisomu . diini ofaa dhagaa tti bu'ee haa ta'uu

No comments:

Post a Comment