Contact me

  • Contact me via hawiti@yahoo.com or hawiolani@gmail.com

Wednesday, October 16, 2013

hirriyyootaa kee Natti himi ati eenyu akka taateen sii tti himma


Dalijjeessa(OPDO) fi kannisaa(Waayyaanee) walti miichee jeedhan .Dura kanniffin (Waayyaanee) maabarra baasse . kanniffin(Waayyaanee) inna maabara baasu Damma dammeesse eege . Dalijjeess(OPDO) maabara dhufee walaalaa damma nyaatee . kana boddee dalijjeessi (OPDO) maali inni kani akkana miinyaa'uu maaliirraa qopheesitee jeedhe gaafatee ? Kanniffin(Waayyaanee) kuni uuddaan kooti jeedhe .
achuumaan dalijjeess(OPDO) mana ofitti galee uuddaan ofi kuusee eege .gaafa maabarra yammu kanniffin(Waayyaanee) ka'ee mana dalijjeessa(OPDO) dhufee FOOLNI UUDDAAN DALIJJEESSA AKKA BIRATTI XIRAA'A .
Sana bodDee kanniffin (Wayyaanee) dalijjeessa(OPDO) hiddee .achuumaani inna dalijjeessi(OPDO) kaatu qamaleen muka irraa teesse koolfitee yaa dalijjuu(Opdo) AKKA MICHUU GARA BADEE DHEENFAA HIN BADNI BIISHAAN TTI JETTE . DALIJJEESS(OPDO) BIISHAAN SEENE ,BIISHAAN KEESSA TTI DU'EE .
Amma wanti OPDOn  jeenuu akka michuu Waayyaanee gara badee dheensuu hin badin . Otoo hin dukanaayiin Waayyaanee irraa fagaachuu tuu irraa jira . waayyaanee tti dugdaan garaagaluu baribaachiissa jeenaa . yerroon ummata ofi kiissaan amma . namaa itti himuu malee itti hin hidhaan . Wayyaaneen hordofituun diina dhadhaa ibidda bu'ee haa taatu . Oromon dhugaan kani isaa wani ta'ee fuu hin moo'a

No comments:

Post a Comment