Contact me

  • Contact me via hawiti@yahoo.com or hawiolani@gmail.com

Saturday, October 12, 2013

Teesse hin ilaalini badiItu si eega

Maalifi kurrupheen hin gabannee yojjanne gaafanne
Bosonaa keessatti hinyaadofitti har'a na ajjeessu boru na ajjeessu yookan bineenisaa na nyaata jette waan yaadoftuuf hin gabbatuu fooni eeshii yerroo qalani dimmaadha , hin commtuu. Bosonnuniis  fooni eessa dimmaadha . 
Ya leenca Oromo otoo isini jirtanuu Oromo garba ta'ee kunoo waggaa 22 oli jiraata garbummaa Habashaa jalaa .warri garbomistuni Habaashaa lafa Oromo Oromiyaa gubba nagaadhaan deemun irraa hin jiru otoo isin jirtanu . lafitti Oromo diina akka ibiddaa tti kotee isaan gubuu tuu irraa jira . diini Oromo yeroo hundaa akka kurruphee bosonaa keessa yaaddon jiraachuu tti irra jira malee ofi immananii jirachuun irraa hin jiru . akka bosonuuf kuruphee tti yaaddon akka jiraatan gochuu nurra jiraa malee quba yeroo afaan nu keese gororuun hin barbaachiisuu ciniinu malee .
AKKA INDAANQOON JETTE YOON NYAADHE SI FIXUU BAADHU , HADHEE SII BALEESSU HIN DHADHABUU JETTE .
Akka biyoon Oromo lukka eeshii gubbu gochuu nurra jira . lafa Oromo gubba tti wali hora jirtti . booru biyyi Oromiyaa keenya jetti , akka harree dhagaa sitti feeti . yo lolaa dadhabdee lee dhagaa isaan tti darbadhu . teesse hin ilaallini badi tuu si eega . ka'i jabaadhu rabbii wajjiin

No comments:

Post a Comment