Contact me

  • Contact me via hawiti@yahoo.com or hawiolani@gmail.com

Friday, October 11, 2013

DHAAMSA

Ilmi Oromo kani taanee hundii keenya bukkee Sabonntoota Oromo wajjiin dhabaachu nurra jira . maalif yoo jeenee ? Wayyaaneeni yoomu yoo ta'ee aangoo galaakiftee hin deemtuu . Jirrun Oromo Wayyaanee qaarruu keessa akka damma mii'ayee fi
Amma lafa jalaa labsaa labsinee yoo akka namaa tokkotti dhaabaannee Wayyaanee fi OPDO gonbissuun salphaa ta'aa .
otoo warrana Wayyaanee keessa Ijoolleeni Oromo gatani  ba'an warraan Wayyaanee YAA'II BOOKEE taati
Sirnaa Waayyaanee issa namma nyaatu yoo kuffiisuu alkaan guyyaa yoo hojaachuu baanee Sirnii kuni sirnaa abbaa ajjeesse ilma itti darbu . abbootin keenya bayee nutti gadduu . Akka jeedhan NAMAA DHAALU MALEE OFI HIN DHAALAN jeedhu .Abbootin keenya yerro saani sirnaa Haile Silaase fi sirnaa Darggii kuffisaan
Kanaafuu nutti dargaggoon Sabbonttotaa  OROMO bukee dhaabanee amma bilisomnu tti diina saba keenyattin lollee saba keenya garbuma Wayyaanee jalaa baassu nura jiraa .amma lafa jalaa wali galteen yoo har'a jabaane hojaane malee boru bilisummaa eeguun rakkoo ta'aa . kanaafuu ifaan sorraan malee dukkana hin daakaan .


Oromoon haa bilisomu diini iddi fardi irraa hijaatee haa taatu

No comments:

Post a Comment