Contact me

  • Contact me via hawiti@yahoo.com or hawiolani@gmail.com

Friday, October 18, 2013

Haati OPDO maali jetti ?



Haati ilmaa ofi jaamaan bakkaalchaa naafaan sirriiqaa koo jetti
Haati Opdo ilmi koo biyyaa Oromo buulchaa jetti 
Haati Opdo ilmi koo lafa Oromo Gurgurra jetti
Haati Opdo ilmi koo Waayyaaneeti michee jetti
Haati Opdo ilmi koo Gobanaa daacii ta'ee jetti
Haati Opdo ilmi koo Shaggeri Adaama tti galee jetti 
Haati Opdo hin beektu akka ilmi ishii biyyaa Oromo Waayyaaneetti gurgurree , kiyoo Waayyaanee jalaatti kuufsse, Oromo mana ofitti keesummaa tasisse , Jirru Oromo Waayyaanee saamsisse, Oromo namaa gaddi tasisse lafee kokkee keessa sabaa Oromo tti ta'ee .
Haati , ilmaa ofi yoo walaala ta'ee beeka yoo gabaaba ta'ee dheerra . haadha ilmi namaa hunda caalaafi .
kanafu, haati jaamaan bakkaalchaa , naafaan sirriiqaa koo jetti jedhan

No comments:

Post a Comment