Contact me

  • Contact me via hawiti@yahoo.com or hawiolani@gmail.com

Wednesday, October 16, 2013

sa'a abbaan gaanfa cabssee Ormmii ija jaamsaa

Dhiirsaa fi nitti tuu ilmoo hin qabani turee. kanaafuu, mucaa Ormaa gudisaan . turaan bullan ilmaa kani ofi argatan . yeroo kana warri ollaa ilmaa guddifataa ttin foonaa keessanitti ejersi margee idoo kee bari yaa ilmaa guddifataa jedhan .
Nuttis durii rakkoof jeennee Afaan Ormaa( Amharic) itti gargaraamnee . Kuni afaan keenya dhiiba , guddina afaan keenya irraa tti rakkoo fida . beekuun kani nurra jiru wani ofi tti quulla ka'uu . Amma yoomitti namaa garaa gahutti ofi garaa haanqqana . Kanaafuu Afaan Ormaatiin foonaa keenya tti ejersi margee gali warra keeti jechuutu nurra jira .firri 
hin dhalata malee hin bitani Ormii firra hin ta'uu ababan.

No comments:

Post a Comment